Dire Dawa Online Activists

  • Home
  • Dire Dawa Online Activists

Dire Dawa  Online Activists Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dire Dawa Online Activists, Newspaper, .

08/08/2023

HUBACHIISA
QUBEE AKKAADAAMI Dhaloota Haarayaaf.
Qubee akaadamiin Ogeeyyi Barnootaa muuxannoo gahaa qabaniin Daa’imman biyya ambaatti dhalatanii carraa afaan abbaa saaniitiin barachuu hin argatin fi Dargaggootaa fi Shamarran keenya kan osoo fedhii barnootaa qabanii dhimmi jiruu fi jireenyaatiif baar gama ceehan maraanuu dubbusuus ta'ee barreessuu hin beeynu jettanii rakkatinaa isiniin jedha.Qubee akaadamiin Idduma Jirtan Maratti toora sab-qunnamtii gara garaa fayyadamuun Afaan, Aadaa fi Seenaa Oromoo akka barataniif haala mijitaa qabatee isinii dhufeera.kanaafuu ammumarraa kaatanii lakkoofsa bilbilaa gama what's App,Telegram 0905507959 Gama Inbox ''Ergaa Barachuun barbaada yaada jedhu ykn sagaleen barachuun barbaada jettanii '' Galmooftanii Akka qooda irraa fudhattan cimsinee isin hubachiifna.gamanumaanuu barsiisota keenyaan guddaa nuuf galatoomaan jechuun barbada.

20/12/2022

Kantibaan Magala Finfinne Adanach Abebe rakkoo tibbana Magala Finfinne keessaatii mudaateef ilaalchise Interview Masay Mokonin fana gotee irraatti Addaa irraa dhabde, Adanechi Abebe warra Abasha kanaaf deebii akkana kenniti jedhe yaade hin beeku, dhugaa dubaachuuf kabajaatu malaaf, Ishiin dhugumaattu Qorichaa budaadha😍

Thank You   Oromoo
07/11/2022

Thank You Oromoo

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dire Dawa Online Activists posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share