Jaalala tube

Jaalala tube Jaalala tube waayyee jaalala irraatti tiyeeffaneeti

10/10/2022

Jaalala tube

Itti bohara qophii | barcaa
05/10/2022

Itti bohara qophii | barcaa

Sabboontuu iluu
05/10/2022

Sabboontuu iluu

Hhhhhh
05/10/2022

Hhhhhh

Itti bohara

Obboleeyyan guyyaa qiyaamaa qubni keenya Ni dubbatti . akkuma waan gaariin ragaa nuu bahu. Mee hoggaa takka salawaata bu...
05/10/2022

Obboleeyyan guyyaa qiyaamaa qubni keenya Ni dubbatti .
akkuma waan gaariin ragaa nuu bahu.
Mee hoggaa takka salawaata buusi habiibii keenyarratti salluu ala nabiyyi S A W

SEENA AJAA'IBA TAN DAWADHA
04/10/2022

SEENA AJAA'IBA TAN DAWADHA

04/10/2022
Waw waan Ajaa'ibaa ti
04/10/2022

Waw waan Ajaa'ibaa ti

Dhandhamaa ilaalaa!
04/10/2022

Dhandhamaa ilaalaa!

Qaallichi kun guyyaa har’aa magaalaa Jimmaatti osoo akka dubartiitti uffatee deemuu to’atamee jira.
04/10/2022

Qaallichi kun guyyaa har’aa magaalaa Jimmaatti osoo akka dubartiitti uffatee deemuu to’atamee jira.

Osoo wal gammachiisuun danda'amuu....Onnee wal madeessuun maliif baarbaachise💘🙄
04/10/2022

Osoo wal gammachiisuun
danda'amuu....
Onnee wal madeessuun
maliif baarbaachise💘🙄

Congratulations Doktora Kabaajaa Komishinar Darartuu tulluu !Haadha Milkii, Sadarkaa Gulantaa   Argachuu Keessaniif Baga...
04/10/2022

Congratulations
Doktora Kabaajaa Komishinar Darartuu tulluu !
Haadha Milkii, Sadarkaa Gulantaa Argachuu Keessaniif Bagaa Gammadaan. 🙏

Wal qunnanti saala godhoof kahan🙉
04/10/2022

Wal qunnanti saala godhoof kahan🙉

Muccaan kun wan hojjatu laala Ajaa'iba 😢
03/10/2022

Muccaan kun wan hojjatu laala
Ajaa'iba 😢

 🥹Daa’ima waggaa 13 daa’ima deesse🥲Seenaa baay’ee nama gaddisiisu daa’ima waggaa 13 haatiif abbaan ishee wal dhabanii ga...
02/10/2022

🥹
Daa’ima waggaa 13 daa’ima deesse🥲
Seenaa baay’ee nama gaddisiisu daa’ima waggaa 13 haatiif abbaan ishee wal dhabanii gaa’ila isaanii diiganii adda banaan hireen ishee dararaa taate. Isaan lachuu qofa qofaatti gaa’ila ijaarratan intala isaanii kana lachuu akka waan ilmoo ofii hin taanee karaarratti gatan isheenis bakka deemtu dhabdee osoo cinqamtuu shufeeriin tokko fuudhee mana galee ulfeesse. Isheenuu daa’ima waggaa 13ti umurii kanaan ulfooftee daa’ima deesse. Yeroo isheen deessu Abbaaf haati ishee yaa abbaa kanaa hin jenneen shufeertichi irraa dhalches gatee badee jira isheen yeroo ammaa kana daa’ima ji’a saddeetii waliin muddama keessa jirti.

nama ofitti qabu hin qabdu. inni irraa dhalche garaa jabaatus abbaaf haati ishee maaf akkas garaa itti jabaatan laata? mee isin maal jettu?

Dhamsa obbolummaa Obbaleettii tiyya dureessa situffatu osoo hin taane, hiyyeessa sii kabaju filadhu‼️
02/10/2022

Dhamsa obbolummaa

Obbaleettii tiyya dureessa situffatu osoo hin taane, hiyyeessa sii kabaju filadhu‼️

Namni du'e jalqaba yeroo qabrii keessatti Rabbiin lubbuu isatti deebisu akka du'e if hin beekuEssaan jirajedhee if laala...
02/10/2022

Namni du'e jalqaba yeroo qabrii keessatti Rabbiin lubbuu isatti deebisu akka du'e if hin beeku
Essaan jirajedhee if laala yeroo uffata isaa laalu uffanni isaa kan inni dur beeku hin jiru
Akkas jechuun of gaafata eessa jira shamiziin koo eessa jira tichertiin koo
Amma bakka kophaas akka jiru yaadatee gandi kun hedduu isa yaachisee akkas jedhee nama gaafa duniyaarra jiru isatti dhiheenya qaban waama
Yaa fulani
Yaa fulaan
Yaa abalu
Yaa abalu
Jedhee warra dunuyatti isa cinaa dhaabbatee waahunaddarratti isa jajjabeessaa ture hunda maqaa isaanii hunda erga waamee booda namni tokko akka isatti hin dhufne erga hubatee booda gandi kun ganda qabrii jedhamu san ta'uu hubatee
Gama rabbii isaa deebi'ee Yaa Rabbi Yaa Rabbi jechuu eegala
Acchi booda yoo inni duniyaaratti nama gaarii dalagaa ture ta'e Malaa'ikaan lama isatti dhufanii
Waa sadi 3isa gaafatan
Rabbiin kee eenyu ?
Nabbiin kee eenyu ?
Diin kee maali ?
Yoo sadeen kana deebise isa gammachiisanii mana isaa kan jannata keessaa isa gar siisanii akkas isaan jedhan osoo ati nama gaarii dalagatu ta'uu baattee manni kee kana jedhanii ibidda jahaannam keessaa isa gar siisan yeroo kana nijedha yaarabbi qiyaamaa anmumma taasisi
Yoo nama gaafii san sadeen deebisuu hin dandeenye taate isa dhawan burusha hadiidaatiin ammas lubbuu isatti deebisan iyyeensa inni iyyu namaa fi jinnii malee uumamni hundi nidhageha hulaa jannataa bananii mana isaa kan inni osoo gaarii dalagatee seenu isatti mul'isan nigammada manni kee kana jedhanii hulaa jahannam isaaf bana akkana jedha Yaa Rabbi qiyaamaa narratti hin taasisin jedhee rabbi kadhata !!!!!

dubbiftee xumurte Ergamaa Rabbii nabi Muhammad S A W Irratti salawaata busi.

via Abu Abdurrahman

Akkuma Manaa Baateen du'a  daguutiin Alatti hafuu Atii fi Maatii kee irraa Rabbiin haa qabu💔
01/10/2022

Akkuma Manaa Baateen du'a daguutiin Alatti hafuu Atii fi Maatii kee irraa Rabbiin haa qabu💔

Iyyaafannoo.     Ergaa keessoodhaan natti ergamemucaan asii gadii tti argatan kun maqaan isaa Alaamuddiin Haydar jedhama...
01/10/2022

Iyyaafannoo.
Ergaa keessoodhaan natti ergame
mucaan asii gadii tti argatan kun maqaan isaa Alaamuddiin Haydar jedhama
G/Jimmaa A/botor xoollaay ganda urjii Oromiyaa keessaa badee ji'a tokko gahee jira umriin isaa waggaa 10 eessa akka inni dhaqe hin beekkamu naannoo kanarraa wanti beekkamu hin jiru. kanaafuu Rabbumaa jedhaatii nuuf iyyaafadhaa sheer waliif godhaa
Abbaan agqrtan bilbila kanaan nu dubbisaa amaana 0982358144 Obboleessa isaa Huseen haydar
GALATOOMA

Dhamsa obbolummaa Obbaleettii tiyya dureessa situffatu osoo hin taane, hiyyeessa sii kabaju filadhu‼️Link kana tuqa http...
01/10/2022

Dhamsa obbolummaa

Obbaleettii tiyya dureessa situffatu osoo hin taane, hiyyeessa sii kabaju filadhu‼️
Link kana tuqa
https://youtu.be/omb_K-5MrEU

SEENA AJAA'IBA Ti Dawadha like sher subscribe godhaaf
01/10/2022

SEENA AJAA'IBA Ti Dawadha like sher subscribe godhaaf

Nama tokkoof icciitii tee himnaan; xiyya gaaf tokko ittiin darbatee siin waraanu kanniteefii jirta.Namni gariin hoggaa s...
01/10/2022

Nama tokkoof icciitii tee himnaan; xiyya gaaf tokko ittiin darbatee siin waraanu kanniteefii jirta.

Namni gariin hoggaa siin wal -lole tarkaanfiin isaa ta duraa iccitii tee san facaasudha ja'an.

Iccitiin hanguma si bira qofa jirtu iccitiidha . Si malee namni biraa dhageenyaan oduu gandaa taati.

┗━━━ ━━💞━━ ━━━┛
Link kana tuqa
https://youtu.be/omb_K-5MrEU

Itti bohara like sher subscribe godhaaf
01/10/2022

Itti bohara like sher subscribe godhaaf

Good night
01/10/2022

Good night

Warreen na sina dhaabattan hundi keessan hedduu takkaan isin jaaladha 50k geenye itti fufaa... insha alha 100k ni seena
01/10/2022

Warreen na sina dhaabattan hundi keessan hedduu takkaan isin jaaladha 50k geenye itti fufaa... insha alha 100k ni seena

Oromiyaan dhiiga ilmaansii gabbarti baruma baraan😭 qeerroo fi qarreen kun lamaan, guyyaa harraa Irreecha finfinnee irrat...
01/10/2022

Oromiyaan dhiiga ilmaansii gabbarti baruma baraan😭 qeerroo fi qarreen kun lamaan, guyyaa harraa Irreecha finfinnee irratti reebicha hamaa waraana mootummaatiin irratti raawwatameen, lubbuun isaanii darbiteetti. Namoonni hedduunis miidhamanii, kaan qabamanii hidhamaniiru.
Link kana tuqa
https://youtu.be/omb_K-5MrEU

Namni akka si argetti si beeka dhugaa jiru garuu situ beeka.Link kana tuqa dawadha koflan dhumnee 🤣https://youtu.be/omb_...
01/10/2022

Namni akka si argetti si beeka dhugaa jiru garuu situ beeka.
Link kana tuqa dawadha koflan dhumnee 🤣
https://youtu.be/omb_K-5MrEU

Ulfa baati sadi qaba koflan dhumnee
01/10/2022

Ulfa baati sadi qaba koflan dhumnee

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaalala tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jaalala tube:

Videos

Share

Category