Itichaa Guddataa

Itichaa Guddataa Your Voce Matters! We want to amplify your stories! You can reach me at [email protected]

Highly motivated and dedicated journalist with over 10 years of experience in news reporting, presenting news, and feature story writing.Seeking a challenging position to utilize my strong communication skills, interview skills, investigative abilities, and passion for storytelling to produce compelling content that informs, engages, and inspire audiences! In my over ten years experience I know how to manage Social Media posts, SEO, CMS,Multimedia production,Audio-video editing,... and so on.

Ameerikaa Yuunivarsiitii University of MN Kolleejjii Libiraal Art Minisootaa keessatti Afaan Oromoo baratamuu eegale.Jaa...
23/01/2025

Ameerikaa Yuunivarsiitii University of MN Kolleejjii Libiraal Art Minisootaa keessatti Afaan Oromoo baratamuu eegale.
Jaarraa dheeraaf dhiibbaa bulchiinsa Itoophiyaa jalaa bahee kan hin beekne Afaan Oromoo, hanga har'aatti qe'ee isaa Oromiyaatti qoollifatamus Ameerikaa keessatti afaan barnootaa ta'uu isaa barsiisaa Baqqalaa Garbaa beeksise.

Afaan Oromoo Yuunivarsiitii Minisootaa Kolleejjii Libiraal Aartis jedhamu kan Ameerikaa Kutaa bulchiinsa Minisootaa keessatti argamutti kaleessa Amajjii 22, 2025 barsiifamuu jalqabame.

Akka maddi odeeffannoo keenya fi jiraattoonni Oromo Diaspora Media himanitti, bakka eerame kanatti Obbo Baqqalaa Garbaa ammoo Barsiisaa jalqabaa gosa barnootaa Afaan Oromoo Yuunivarsiiticha keessatti kennaan ta'anii qacaramuu himani jiru.

Kolleejii Libraal Artis keessatti kan egalame sagantaan Afaan Oromoo sirna barnoota idilee yunivarsitichaa keessatti hammatamee barattoonni eebbaaf kireditii isaan barbaachisu keessatti akka lakkaayamuuf beekamee jira.

Akka obbo Baqqalaa Garbaa jedhanitti, barattoonni gosa barnootaa kana fudhachuuf galmaayan 25 yoo ta'an barattoonni 5 eeggattummaan galmaayani jiru jechuun yeroo jalqabaatiif Yuunivarsiitii biyya alaa keessatti Afaan Oromoo akka gosa barnootaa tokkotti kennamuu jalqabee jedhan.

Afaanichi Yuunivarsiitiiwwan addunyaa hedduu keessatti akka barsiifamuuf dhiibbaan bal'aan yeroo garagaraatti taasifamaa turuu kan yaadachiisan obbo Baqqalaa Garbaa, har'a milkaayee barattoota gosa barnootaa tokkoo Yuunivarsiiticha keessatti jalqabsiisuuf barbaachisan 25 yeroo jalqabaatiin argachuun barnoonni kennamuu jalqabee jedhan.

Dhimma kana ilaalchisuun miidiyaaleen habashaa akka naasuutti wal harkaa fuudhanii gabaasaa jiran.Kun hawwaasa Oromoo addunyaarra jiraatuuf milkaa'ina ta'uu eerameera. Odeeffannoo dabalataaf Oromo Diaspora Media Oromo Diaspora Media Eticha Gudeta Fufa Itichaa Guddataa



☆☆☆Dubbii jabduudha🔇 ☆☆☆☆☆Pireezidaantiin Ameerikaa 47ffaa inni haaraan marsaa 2ffaaf filannoo bara 2024 injifatan mat-d...
21/01/2025

☆☆☆Dubbii jabduudha🔇 ☆☆☆☆☆
Pireezidaantiin Ameerikaa 47ffaa inni haaraan marsaa 2ffaaf filannoo bara 2024 injifatan mat-duree dubbii miidiyaalee tahatti jiru!Ameerikaa keessatti saala baayyee jira.Haa tahu malee Pireezidaantii Donald Trump Jr. Bulchiinsa isaanii keessatti Ameerikaan saala lama(2)qofaaf beekamti kenniti jechuudhaan dubbatan.Ameerikaa keessa gosa saala baayyee keessa 'Male' and 'Female' jira poolisii bulchiinsa kiyya keessa jedhan Trump🔊 🗣🔊!Namoonni Xoophiyaa fi kanneen biroon saalli baayyeen Ameerikaa keessa jiraachuu isaa mormatti turan;kadhannaan keenya fuula Waaqayyo-Rabbi guddaatti iddoo argatte jechuun gammachuu isaanii kallattii adda addaan ibsachatti jiru🙏🏽! Cc Eticha Gudeta Fufa!Murtoo Tiraampii kana akkamitti madaaltan🤪?!"Jabaadhu Ganzabee" jedhe Athlete Kenenisa Bekele!

Hedduu nama gaddisiisa!Osoo itti gaafatamummaa dhugaan jira tahe;qaamni uummata nagaarratti miidhaa hamaa gaggeessu murt...
18/01/2025

Hedduu nama gaddisiisa!Osoo itti gaafatamummaa dhugaan jira tahe;qaamni uummata nagaarratti miidhaa hamaa gaggeessu murtoo sirrii argachuu qaba ture!Xoophiyaa keessa seerri sirriin hin jiru yommuu jennu ragaa waliin.Gochi kun yakka(cubbuu) guddaadha!Waaqni-Rabbii guddaan murtoo haa kennu!cc Eticha Gudeta Fufa

09/08/2024

Fiilmii Soolanee kan artist Keeyeroon Darajjeen dhiyaate Minisootaatti Hagayya 3:00pmtti karoofame jira!Maarreen warreen Magaalaa Lakkuu fi naannooshee Norway House wal agarra!Teessoon 913 E Franklin Ave, Minneapolis, MN 55404!cc Eticha Gudeta Fufa Oromo Diaspora Media Dereje Waaqoo!

09/12/2022
Sabboontoota  Oromoon yeroo amma qabduu keessaa tokko Caalaa Daggafaa dha. Oromoon jajjabeeffachuutu irra jiraata! Dinqs...
08/12/2022

Sabboontoota Oromoon yeroo amma qabduu keessaa tokko Caalaa Daggafaa dha. Oromoon jajjabeeffachuutu irra jiraata!
Dinqsiifaadha!

Address

Dire Dawa
55406

Telephone

+251939580508

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Itichaa Guddataa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share