Abjuu Hiika Hinqabneef 4kiiloo hawwitee ๐Salphina Faannoo
Gootichi Fiild Marshaal Biraanuu Juulaa Shira Faannoon Dambii Doollootti Barattoota dhalattoota Amaaraa irratti raawwate irra gahamuu dubbatu
Jiraattonni Aanaa Walaabuu Lixaa Ganda Bubbee daandiin hojjatamaa jiru rakkoo hawaas diinagdee isaanii kan fureef ta'uu #Etv'n gabaaseera.
#Gabaasa_Etv_Afaan_Oromoo
๐น๐๐๐๐๐ฃ๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ ๐๐๐๐๐๐ฃ๐ฃ๐๐ ๐ ๐ฃ๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ช๐๐ ๐ธ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ฃ.
#Sheik_Miftah_Tamaam
Manzuumaa onnee nama booji'u.
Baay'ee dinqisisaa fi kofalchiisaa ๐๐
Kennaa Waaqaa shokokii hin dhaga'an.
Viidiyoo dinqisisaa kanaan bohaaraa!
Viidiyoo kofalchiisaa ๐๐๐
Qashtiiwwan sanyii mootii baay'ee bareedu
Maanchister Yunaayitid Tapha piriimarliigii torban kanaa moo'amuu hordofee mata duree kolfaa ta'ee jira๐๐
Hundeeffamuu Godina Boorana Bahaa fi Waldhibdee oromoo Gujii fi Booranaa jidduutti uumame irratti Abbaan Gadaa Booranaa Kuraa Jaarsoo Yaada Kennan dhageeffadhaa!