Dansaa Media

Dansaa Media Dansaa Media is an indipendent online media focus on current Cultural, Economical, social and political isue in Oromia as well as Ethiopia, Africa & World.

Stay tuned.

Tiktakaroonnii fi Yuutiyubaroonni Itoophiyaa galii argatanirraa gibira akka kanfalan labsiin bahe. Labsiin kun namoota w...
30/12/2025

Tiktakaroonnii fi Yuutiyubaroonni Itoophiyaa galii argatanirraa gibira akka kanfalan labsiin bahe. Labsiin kun namoota woggatti qabiyyee maxxansa isaaniirraa galii guddaa argatan kan ilaallatuudha.

Isin galma barbaaddan qaqqabuuf maal gootu? Abdii kuttu moo ciniinnattanii itti deemtu?Daa'imni xiqqaan asii gaditti suu...
30/12/2025

Isin galma barbaaddan qaqqabuuf maal gootu? Abdii kuttu moo ciniinnattanii itti deemtu?

Daa'imni xiqqaan asii gaditti suuraa irratti argitan kun ijoo dubbii ta'ee miidiyaa hawaasaarra naanna'aa jira.

Abbaa hin qabu. Haala rakkisaa keessa jiraata. Magaalaa Dambii Doolloo keessa kadhatee jiraata.

Garuu Finfinnee deemee hojjatee jiraachuuf umrii kanatti murteesse. Maallaqa ittiin konkolaataa yaabbate dhufuun dhaba.

Namootaan na fidaa jedhee kadhatus akka inni yaade hin taaneef. Fala tokko baafate. Osoo namni hin Konkolaataa jala seenuun sibiila konkolaataa keessatti sansalataan of hidhee kiiloomeetira 600 guutuu imalee Finfinneen bahe.

Kun raajiidha. Maaloo daa'imni kun haa gargaaramuu gargaaraa!

Qophii sagantaan   jedhamu kan galgala kaleessaa OBN irratti darbe kolbaa   mufachiise.   Godina Gujii keessa iddoon rak...
30/12/2025

Qophii sagantaan jedhamu kan galgala kaleessaa OBN irratti darbe kolbaa mufachiise. Godina Gujii keessa iddoon rakkoon guddoon jirtu dhiisee maaliif gara aanaa wayyaa qabu aanaa Oddoo Shaakkisoo deemuun isaa gaaffii nutta uumeera jedhan. Akka fakkeennaatti aanaalee Godina Gujii kan hanniifi malaammaltummaan lakkuu itti dhale aanaa Annaa Sorraa, Adoolaa Reddee, Adoolaa Woyyuu fi Bulchiinsa magaalaa Shaakkisoo dhiisee maaliif garas akka deeme gaaffii guddaa kaaseera. dhugumaan uummataaf yoo dhaabbatu taate, aanaalee kanneen deemuu maaliif dhabee aanaa rakkoon muraasni keessaatti muldhattu qofa deeme kan jedhu mufiifi dallansuu uumeera.

  album has inaugurated Dec 28, 2025 G.C at Ethiopia Skylight Hotel Adis Ababa.   vol 2 album also released on   YouTube...
29/12/2025

album has inaugurated Dec 28, 2025 G.C at Ethiopia Skylight Hotel Adis Ababa. vol 2 album also released on YouTube platform.

 :Dhaabbanni miidiyaa Dansaa Media dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan kan biyya keessaafi alaa irratti odeeffannoowwaan q...
29/12/2025

:

Dhaabbanni miidiyaa Dansaa Media dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan kan biyya keessaafi alaa irratti odeeffannoowwaan qulqulluufi haqa ta'an qabatee isiniif dhufuuf yoo ta'u, gammachuu guddatu nutti dhagahama.

Kana ilaalchisuun namoonni roga garaagaraa irratti tola ooltummaan nu waliin hojjachuuf fedhii qabdan karaa keessaa nu dubbisuu dandeettu.

Ulaagaan barbaachisu ammoo namoota odeeffannoo qulqulluu ta'e bifa gabaassaatiin qindeessanii dhiyeessuu danda'an ta'uu qaba.

Akkasumas dandeettii afaan Oromoo, Afaan Ingiliffaa fi Afaan Amaaraa dubbisuu, barreessuu, dhaga'uufi dubbachuu kan danda'u ta'uu qaba. Seerluuga Afaan Oromoo, Afaan Ingiliffaa fi Afaan Amaaraa sirritti eegguu kan danda'u ta'uu qaba.

Kanaafuu namoonni ulaagaa asiin olii guuttan saatii beeksisni kun bahe irraa kaasuun tola ooltummaan nu waliin hojjachuu yoo barbaaddan karaa keessaa nu qunnamaa.

Magaalaa ShaashamanneeWirtuu daldalaafi aadaa
28/12/2025

Magaalaa Shaashamannee

Wirtuu daldalaafi aadaa

27/12/2025
Godina   Aanaa Annaa Sorraa Magaalaa   gochi angaa'onni mootummaa dalleha qotee bulaa duraa digaanii mufii fi dallansuu ...
26/12/2025

Godina Aanaa Annaa Sorraa Magaalaa gochi angaa'onni mootummaa dalleha qotee bulaa duraa digaanii mufii fi dallansuu kaase.

Gochi kun Godina Gujii Aanaa Annaa Sorraa Magaalaa Roobaleetti guyyaa kaleessaa angaa'ota mootummaatiin raawwatame.

Aangaa'onni mootummaa aangoo daweeffachuun dalleha qotee bulaa duraa diiganii mufiifi dallansuu guddaa kaaseera.

Sababni isaan dalleha kana diiganiif Qotee bultoonni kunneen Gibira hin kaffale jechuun. Gibira kanfaluun dirqama lammummaa ta'us nama kanfaluu dhabe adeemsa seeraa mataasaa qaba.

Haa ta'uu malee qaamonni kunneen dalleha qotee bulaa duraa diiganii suuraa irratti ka'aa jiraachuun mufiifi dallansuu guddaa uumuu maddeen ibsaniiru.

Gochoonni akkanaa kunis gocha balaaleffatamuu qabuu akka ta'es jiraattonni dubbataniiru.

የጥላቻ ንግግርና የውሸት ይቅርታ፡ የህግ ሚናና የተጎዳው የሰላሌ ኦሮሞ ማህበረሰብ ተጠያቂነት። በቅርቡ “ነቢይ” ተብየው ሄኖክ ግርማ የሰጠው መግለጫ እውነተኛ ይቅርታ ሳይሆን የቀድሞውን አባባ...
25/12/2025

የጥላቻ ንግግርና የውሸት ይቅርታ፡ የህግ ሚናና የተጎዳው የሰላሌ ኦሮሞ ማህበረሰብ ተጠያቂነት።

በቅርቡ “ነቢይ” ተብየው ሄኖክ ግርማ የሰጠው መግለጫ እውነተኛ ይቅርታ ሳይሆን የቀድሞውን አባባል ማስተናገድ እና ንቀት የሚቀጥል ነው። መልዕክቱ ትክክል ነበር እና ችግሩ የተፈጠረው ህዝቡ የንግግሩን አውድ በትክክል አላገነዘበም በማለት፣ ሙሉ ተጠያቂነትን መውሰድ ይከለክላታል። ይህ ራሱን እንደ መንፈሳዊና ማህበራዊ መሪ ከሚያቀርብ ሰው የሚጠበቅ አይደለም፤እንዲሁም የተፈጠረውን ጉዳት ቀላል አድርጎ ማየት ነው።

የጥላቻ ንግግር፣ ማንነትን የሚያዋርድ ንቀት፣ ወይም አንድ ማህበረሰብ ወይም ቡድን ማዋረድ የግል አስተያየት ወይም የንግግር ነፃነት ብቻ ሊባል አይችልም።እነዚህ ድርጊቶች በሀገሪቱ ሕግና ሕገ-መንግሥት በግልፅ ተከልክለዋል።

ማንኛውም ሰው በሃይማኖት ስም፣ የስብከት መድረክ፣ ወይም የማህበራዊ ታዋቂነት በመጠቀም ህዝብን የሚያዋርድ ወይም የሚያንቀሳቅስ ከሆነ፣ ጉዳዩ በህግ ሥርዓት መታየት አለበት። ያለ ቅጣት ከተለፈ የሕግ መንግሥት ይዳከማል፣ ንቀትም እንደ መደበኛ ነገር ይቀጥላል።

ስለዚህ፣ ይህን ጉዳይ ወደ ፍርድ ቤት ማቅረብ ወሳኝ እና የዜግነት ግዴታ ነው። ሕግ በተግባር መተግበሩ ለተጎዱት ፍትሕ እንዲገኝ ያደርጋል፣ እንዲሁም ሌሎችን ከተመሳሳይ ድርጊት ይከላከላል። ማንኛውም ሰው ስም፣ ስብስብ ወይም ተከታዮች ቢኖሩትም ከሕግ በላይ አይሆንም።

በተጨማሪም፣ የሰላሌ ሽማግሌዎች፣ የማህበረሰብ መሪዎች እና የሚመለከታቸው አካላት እውነተኛ፣ ግልፅ እና የተጎዱትን ክብር የሚመልስ ይቅርታ እንዲመጣ ሚናቸውን መወጣት አለባቸው። ነገር ግን ይህ የሰላሌ የማህበረሰብ መፍትሄ ሕግን መተካት አይችልም፤ ሕግ እንዲተገበር ማድረግ አማራጭ ሳይሆን ግዴታ ነው።

ግለሰቡ ፍርድ ፊት መቅረቡ እስከሚረጋገጥ ድረስ የህጋዊና የስነ-ምግባር ተጠያቂነት ሙሉ በሙሉ እስኪገኝ ድረስ፣ የተጎዱት እና ደጋፊዎቻቸው በሰላምና በሕጋዊ መንገድ ሕግ መንግሥት እንዲከበር መጠየቃቸውን መቀጠል አለባቸው። ይህ የጠላትነት ተግባር ሳይሆን፣ የሰው ክብር፣ እኩልነት እና የማህበረሰብ ሰላም ለመጠበቅ የሚደረግ ትክክለኛና ፍትሃዊ ትግል ነው።

የሰላሌ ኦሮሞን የሰደበው "ነብይ"ሰላሌን “የመተተኛ እና ጠንቋይ ሀገር” በማለት በአደባባይ ጥላቻ የሰበከረው ፓስተር ሄኖክ ግርማ ምርመራ እየተደረገበት መሆኑ ተሰምቷል፡፡ በኦሮሚያ ክልል የሰ...
24/12/2025

የሰላሌ ኦሮሞን የሰደበው "ነብይ"

ሰላሌን “የመተተኛ እና ጠንቋይ ሀገር” በማለት በአደባባይ ጥላቻ የሰበከረው ፓስተር ሄኖክ ግርማ ምርመራ እየተደረገበት መሆኑ ተሰምቷል፡፡ በኦሮሚያ ክልል የሰሜን ሸዋ ዞን ዓቃቤ ሕግ መምሪያ፣ የሰላሌን ሕዝብ ክብር የሚነኩ ንግግሮችን ያደረገውን ፓስተር ሄኖክ ግርማን ለሕግ ለማቅረብ እንቅስቃሴ መጀመሩን አስታውቋል።

የፊቼ ከተማ ዓቃቤ ሕግ እና ፖሊስ በቅንጅት በጀመሩት ምርመራ፣ ከጉዳዩ ጋር በተያያዘ፣ ባዩሽ ዓለማየሁ ከበደ የተባለት ግለሰብ በቁጥጥር ስር ውላ ምርመራ እየተደረገባት ነው ተብሏል፡፡

የሰሜን ሸዋ ዞን ዓቃቤ ሕግ መምሪያ ኃላፊ አቶ ደምጦ ጣና ስለ ምርምራው መጀመር መግለጫ ሰጥተዋል፡፡ የፓስተሩ ንግግር “ብሔርን መስደብ፣ ስም ማጠልሸትና በሕዝብ መካከል ሁከት የሚፈጥሩ ንግግሮችን ማድረግ በሕግ የሚያስጠይቅ ከባድ ወንጀል ነው” ብለዋል፡፡

ፓስተሩ በአሁኑ ወቅት ከአገር ውጪ እንደሚገኙ የጠቆሙት ኃላፊው፣ ግለሰቡን በቁጥጥር ስር ለማዋል ከፌዴራል የሕግ አካላት ጋር የቅርብ ክትትልና ንግግር እየተደረገ መሆኑን አረጋግጠዋል። የጀግኖች መፍለቂያና የተለያዩ ሃይማኖቶች በክብር የሚኖሩባት ሰላሌ ስም መነካቱ የሕዝብ ቁጣ የቀሰቀሰ በመሆኑ፣ ሕጉ ተገቢውን ምላሽ ይሰጣል ብለዋል።

ዓቃቤ ሕግ መምሪያው የሕግ የበላይነትን ለማረጋገጥ አስፈላጊውን እርምጃ ሁሉ እንደሚወስድና የምርመራውን ውጤት በየጊዜው ለሕዝብ ይፋ እንደሚያደርግ አስታውቋል። ዞኑ ሕዝብ ላይ የጅምላ ጥላቻ ንግግር ያሰተካለፈውን ፓስተር፣ በምንም ሁኔታ ለሕገ ከማቅረብ እንዳይቆጠብ ገልጿል፡፡

የሰላሌን ሕዝብ በጅምላ የፈረጀው ፓስተር በበርካቶች ዘንድ ቁጣ የቀሰቀሰ ሲሆን፣ መንግሥት እርምጃ እንዲወስ እየተጠየቀ ነው፡፡ በተለይ አካባቢው ተወላጆች መንግሥት ግለሰቡን በቁጥጥር ሥር አውሎ በሕገ አግባብ ተጠያቂ እንዲያደርግ በደራጀ መንገድ እየጠየቁ ነው፡፡

በኢትዮጵያ ካለፉት ቅርብ ዓመታት ወዲህ ፓስተሮች በሕዝብ ላይ መሰል የጅምላ ፈረጃ ጥላቻ ንግግሮችን በስፋት እያሰራጩ ነው፡፡ በቅርቡ አንድ ፓስተር የሰሜን ሕዝብ ዘንዶ አምላኪ ነው በማለት በአንድ አካባቢ ላይ የጥላቻ ንግግር መስተጋባቱ ይታወሳል፡፡

በሕዝብ ላይ መሰል ጥላቻዎችን የሚያሰራጩ ፓስተሮች በሕግ አግባብ ተጠያቂ እንዲሆኑ በተደጋጋሚ ቢጠየቅም፣ መንግሥት ለጉዳዩ እምብዛም ትኩረት አልሰጠውም፡፡ ይህ አይነቱ የተለመደ በተለይ የኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተክርስቲያን አማኝ የሚበዛባቸውን አካባቢዎች ላይ የጥላቻ ንግግር ተባብሶ መቀጠል፣ የሃይማኖት መቻቻልን እንዳይሸረሽር ተሰግቷል፡፡

Paaster Henook dhiifama gaafatus uummanni akka inni seeraaf dhiyaatuuf cimsee gaafataa jira. Dubbiin isaa dhimma biyyaan...
24/12/2025

Paaster Henook dhiifama gaafatus uummanni akka inni seeraaf dhiyaatuuf cimsee gaafataa jira. Dubbiin isaa dhimma biyyaan waan walqabateedha.

Faarfataan Daawwit Girmaa Profeet Henook Girmaaf deebii kenne. Guutuusaa asii dubbisaa:"Salaaleen🫡🧑‍✈️🔥Salaaleen biyya g...
24/12/2025

Faarfataan Daawwit Girmaa Profeet Henook Girmaaf deebii kenne. Guutuusaa asii dubbisaa:

"Salaaleen🫡🧑‍✈️🔥

Salaaleen biyya gootaa fi biyya dhiiraati!
Mallattoo gootummaa fi jaalalaatis.
Akka sabaatti maqaa balleessuunii fi warra seexana gabbarudha jechuun seenaa fi eenyummaa saba kanaa xureessuu dha.

Salaaleen saba roorroo balaaleffatuu fi aadaa isaa sirnaan tifkatu, akkasumas; saba garraamummaan beekamudha!

Waggaa dheeraaf diddaa gabrummaa fi hacuuccaa godhee; haleellaa cimaan balaaleffatee, diina isaaf sodaa guddaa ta'ee saba kabajamee jiraate ta'uu seenaan gootota biyya kanaa ragaadha.

Kana malees Biyya kanaaf 🧑‍✈️ gurguddoo kan gumaache, akkasumas jijjiirama akka biyyaatti dhufe kanaaf ,shoora ol-aanaa warra taphatedha!
Saba hamatamu miti.
Kanaan ol wantootan dubbadhu baay'een qaba! garuu yaa ga'u.

Dhuma irratti
Gaggeessaan amantii Henok jedhamu yakka guddaa seenaa saba kanaa keessatti hin jirre raawwachuu fi social media irra facaasuu isaaf, video dhiifamaa hojechuu qaba.!
Jecha miliqee afaan isaatii ba'e malee, kan saba kana bakka hin buune ta'uus, amanuu qaba!
Dhiifamni immoo haa godhamuuf!
nuti warra hidhaa fi dararama wal irratti labsu miti.

Ani abbootii amantaa fi guutummaa amantootaa guddaan kabaja.
Wantoonni miira uummataa borcan yeroo lo'anii waldaa kiristiyaanaa keessaa ba'an, guutummaa amantootaa kan bakka hin buunee fi kan balaaleffataman ta'uu ifoomsuu qabna!
Ergaa kana isa durii caalaa qoodaa!
Galatoomaa🙏🏿"

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dansaa Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share