Adisha Shanan

Adisha Shanan AdecxTube subscribe godhuu hin dagatina qomoowwan koo qaqqalii

25/09/2022

Oro tiktok

25/07/2022

Baga milkoofte!

'KEESKOO'

Aartii gama Afaan Oromootiin guddisuuf beeksisuun sabboonummaadha. Keessumaa fiilmiin Afaan Oromoon namuu badaa hin dalagu; dalagamus namoonni daawwatan muraasa. Kan hormaa duukaa fiiguuf, farduma luugama hin qabne. Mee aartii keenya walumaan, haa guddisnu! Walumaan haa mul'ifnu!

-Inaaffaa, wal tuffii, qeeqinsa, ofittummaaf gandummaa keessaa baanee waan waloof waliin waliin haa hirmaannu!

"Aartii jabeessaa,
Haarii balleessaa!"

Waloo Abdii Egeree

25/07/2022

AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBA!
********************************
1. Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama biraa arguu danda'u. Hir'inaa isaaniirratti malee hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu.

2. Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu.

3. Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka barumsa argatanitti yaadu.

4. Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka danda'an beeku.

5. Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon jireenya keessatti barbaachisaadha, namoonni mo'atoon ni murteessu.

6. Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan, garuu irraa baratu.

7. Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni dhiphinni, rakkiinni irra ga'u waan isaan miidhe caalaa waan miidhama sana keessaa argatan yaadu.

18/07/2022
Akkanati janajante beekta?
12/07/2022

Akkanati janajante beekta?

Yaa qomoowwan koo qaqqalii
06/07/2022

Yaa qomoowwan koo qaqqalii

25/06/2022

Kabajamtoota hordoftoota kenyaa follow like sheer godhuu hin dagatina

25/06/2022

Address

Masala
Asebe Teferi
151428

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adisha Shanan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Adisha Shanan:

Videos

Share

Category