Oromoo funny

Oromoo funny Yaada Gaari

07/09/2021

Qabsoon keenya Amma Walabummaa Oromiyaa, Amma Bilisummaa Oromootti!
Bubbeen siyaasa kijibaa impaayeera itiyooophiyaarraa asiif achiin bubbiseef qabsaawaan, sabboonaan kaayyoo isaa kan ganamaa,qabsoo mirga abbaa biyyummaa Oromoo dhugoomsuuf, bilisummaa Oromoo bakkaan gahuuf gaggeessaa jirurraa duubatti jedhu hin jiru.
Kaayyoo fi Akeeka ABOtu Oromiyaa Bilisa baasa Oromoos Eenyummaa isaan kabajamee akka jiraatu taasisa.
ABOn haa Jiraatu!
Kiyyoo Sabboona Oromoo

26/07/2021
10/07/2021

Mana xinqolaa (xonqaayii) deemtee "filannoo booda maaltu uumama?" Jettee gaafa gaafattu.
Si Ajaa'iba aniyyuu maal akka uumamu baruuf xonqaayii kanbiraa bira deemuuf utuun jedhuu dhufte πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

πŸ‘like tuquu hin dagatin
Hiriyootakee 3f share godhi!

10/07/2021

Namni Akkaa si jaalatu yoo feete
Du'iiπŸ˜„

Siif gale tanan πŸ‘tuqii sheer godhi!

Address

Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoo funny posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromoo funny:

Share


Other News & Media Websites in Asebe Teferi

Show All