Mr. Farmers

Mr. Farmers Login
(1)

✅Ramus Hojlund Morkii Awurooppaa liigii taphoota sagal hiriire taphateen gooliiwwan 10 lakkoofsise rikardii matas qabate...
12/12/2024

✅Ramus Hojlund Morkii Awurooppaa liigii taphoota sagal hiriire taphateen gooliiwwan 10 lakkoofsise rikardii matas qabate.

Maanchistar Yunaayitid tapha Viktoria Plzen waliin tasise duba ka'uudhan goolii Hojlund 2fi 1n injifatee

3 POINTS FOR MANCHESTER UNITED THANKS TO RASMUS HOJLUND

12/12/2024

Olaantummaa bareef
walqixxummaan gabrummaadha‼️

12/12/2024

Bareedinni sammuu umrii wajjin dabalaa yoo deemuu.
Bareedinni bifaa Garuu hiraata deema.
Waa Sadiin hin dhaadattin
1, Qabeenyaan.2, Beekumsaan.3, Bareedinaan.
Bareedinni dhugaa of taa'anii argamuudha.
Beekkumsi guddaan of bulchuu dandaa'udha.😘
❤😘

12/12/2024

👉 Addunyaa tanaa Guddaan
Ilaalcha Ofiitin Namoota biraa Madaaluudha 😷

Itiyoophiyaa 0 - 2 Taanzaaniyaa Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha g...
16/11/2024

Itiyoophiyaa 0 - 2 Taanzaaniyaa

Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 5ffaaTaanzaaniyaa waliin taphateen injifatameera.

Tapha galgala kana sa’aatii 1:00 irraa eegalee Rippaablika Demookirataawaa Koongoo Istaadiyeemii Istaadi Daa Maartiyarisiitti gaggeeffameen Waaliyaawwan galchii 2 fi 0n Taanzaaniyaan injifatamaniiru.

Itoophiyaan Waancaa Afriikaa bara 2025 Morookoon qopheessituun ala taateAMN- Sadaasa 07/2017Gulaallii Waancaa Afriikaa b...
16/11/2024

Itoophiyaan Waancaa Afriikaa bara 2025 Morookoon qopheessituun ala taate

AMN- Sadaasa 07/2017

Gulaallii Waancaa Afriikaa bara 2025f ramaddii A keessatti kan ramadame Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa Taanzaaniyaan injifatamuun dorgommichaan ala ta'e.

16/11/2024

Ijuma keessaa wal ilaala jira,
Wal sodaanee🙄

16/11/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Seyfullaahil Masluul, Hubatan Ahmed Doobbaa, Muhedin Jemal, Aleks Gade, Murad Alimu, Xahaa Kalifaa, Johar Abdulhakim Adem, Isiak Daniel, Milkias Udo Offical, Diidiish Kha Diqqaa Abduubaa

Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaaታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብThe Great Ethiopian Renaissance Dam
23/10/2024

Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa
ታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ
The Great Ethiopian Renaissance Dam

23/10/2024

Yoo Wal~Gammachiisuu 🥰
Dadhabne 😏 Wal Mufachiisuu
Haa Dhiifnuu 🤗

  fi tiraakteraan
23/10/2024

fi tiraakteraan

Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obboo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Naannoo Gaambellaatti argamuun hoogg...
23/10/2024

Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obboo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Naannoo Gaambellaatti argamuun hooggantoota naannicha waliin haala waliin misoomuu danda'amu irratti marii gaggeesseera.

Jilli Pirezidaantii MNO Obboo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Naannoo Gaambellaatti argamee simannaa Pirezidaantii Naannoo Gaambellaa Addee Alamituu Umoodiin kan taasifameef yoota'u, hoggantoota naannichaa waliin carraawwan waliin misoomu ilaalchisee marii gadii fageenya qabu gagggeesseera.

Marii kana irratti Pirezidaantiin MNO Obboo Shimallis Abdiisaan simannaa taasifameef Mootummaa Naannoo Gaambellaa kan galateeffatan yoota'u, Mootummaan Naannoo Oromiyaa Naannoota Ollaa jiranii waliin misoomuuf kutannoo cimaa akka qabufi Naannoo Gaambellaa waliin hojiilee misoomaa hedduu irratti akka waliin hojjechuuf fedhii qaban ibsaniiru.

19/10/2024

Gammachuu deggeraa Arsenal arguu irra
Manchester mohamuu filanna🧑‍🦯😊

09/10/2024

✍️Wanti kisaaraa hin qabne yoo jiraate
Garuummaa Gochuu qofaadha!

09/10/2024

Namni gaafa waan Barbaadu sirraa dhabe,
gaarummaa keeyyuu hammeenyaan siif deebisa!

Address

Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mr. Farmers posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mr. Farmers:

Share