Shibe man

Shibe man This page may entertain you if you like and follow it

Follow godhii hin baduβ€β€β€πŸ’šπŸ’šπŸ’šβ€β€β€
13/11/2023

Follow godhii hin baduβ€β€β€πŸ’šπŸ’šπŸ’šβ€β€β€

125 Followers, 179 Following, 30 Likes - Watch awesome short videos created by shibe man

08/11/2023

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Der Meng, Rauf Mahammad Rauf, Harki Harkanyatu Dina Ofimale, Dheebuu Bilisummaa, Saanyii Kinniso Jiloo, Warqinaa Aduunyaa, Lalise Malkamu, Guta Abelti, Isa Galadima, Jafari Galchaa Kulii, Tedirows Tedirows, Ibraahim Ahmad, Sg Paalloo Lammaffaa, Ilmaa Abbaan Ebbisee, Mesi Mitiku, Ketema Rebira, Badasa Gemade, Engida Bati, Abu Magule, Nuradin Usen, Dabala Chala, DΓ ssi Oro KiΓ±g, Fayisaa Birruu, Taye Ngusee, Sara M Sori, Ahmed Mohamed, Siraj Mume, Qaroo Qaro Sabaa, Leencoo Mommad, Abiti Biranu, Rashaad Kamaal, Obsinaan Aabbuu, Jaal Dagagaa Tolasaa, Amaan Ka Kadir, Galane Gemeda, Rasaasoo Taajii, Diimaa Kaa Harargee, Fantahun Insermu, Us Us, Tusa Dasta, Gemechu Bobaso, Lammii Tasfayee, Bakkalcha Barii, Dembi Dembi, Oliiqaa Fufaa, Akmal Nura, Wangelu Abboma, Kamal Kamal, Jamal Mohammed Nur, Ramadan Dima

SIRRIIDHAA AKKAS WALGOCHUUN???
29/10/2023

SIRRIIDHAA AKKAS WALGOCHUUN???

23/09/2023

Like or share this post to vote for πŸ‡³πŸ‡± Sifan Hassan!

πŸ₯ˆ World 5000m silver medallist
πŸ₯‰ World 1500m bronze medallist
πŸ† London Marathon winner
⏱️ European 5000m record (14:13.42)
πŸ“Š World ranking (as of 19 September) - 6 (5000m), 4 (10,000m)

Voting closes on 2 October!

21/09/2023

Mee ammumaan akka itti qophoofnuuf gaafa irreechi darbu ajandaa irratti wal arrabsinu wayii as baasaa 😁😁😁😁😁😁

Agartaa!!!!!! saree Aannan Oromoon guddatte
21/08/2023

Agartaa!!!!!! saree Aannan Oromoon guddatte

Hin jaaladhuu garuu eegaluufi
15/08/2023

Hin jaaladhuu garuu eegaluufi

Faayidaa buqqee(Dabaaqula) dubbaa
1. Fayyaa onnee keenyaaf.
2. Fayyaa ija keenyaaf.
3. Raammoo garaa keessaa qulqulleessuuf.
4. Dhukkubbii buusaawwaniif.
(For arthritis)
5. Cholesterol hamaa hir'isuuf.
6. Cirracha kalee akka hin uumamne taasisuuf.
7. Daa'imman halkan siree keessatti fincaa'aniif ni gargaara.
8. Namoota dhibee sukkaaraa qabaniif.
9. Moluu yeroo malee dhufu ni hir'isa.
10. Dandeettii dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaa ni dabala.
11. Keemikaalota qaama keessatti summii ta'an dhabamsiisuuf.
12. Hirriba gaarii fi fayya qabeessa argachuuf.
13. Fayyaa gogaa keenyaaf.
Galatooma
Dr Jirenya S

02/08/2023

Abbaa keenya Eebbifamoo Abuna Gabri'eliif
Dubbisaa "share" godhaa!

Abbaan keenya Eebbifamoo Abuna Gabri'elii Nagaasaa Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Qilxuu Kaarraa ganda Waatoo Daalleetti abbaa isaanii obboo Nagaasaa Guddataa Gamaa fi haadha isaanii Adde Kibbituu Daankii Luboo irraa dhalatan. Abbaan keenya dhalatanii umurii guyyaa 40ffaa isaanitti mana Kiristiyaanaa seena qabetti Dirree Iftuu Maariyaamii Qilxuu Kaarraatti mucummaa Sillaasee argatan. Abbaan keenya eebbifamoo Abuna Gabri'eliin umurii isaanii daa'imummaan jaalala mana Kiristiyaanaa isaaniif qabaniin kennaa Hafuura Qulqulluun Daaqonummaan muudaman.

Kennaa Kanaanis Mana Kiristiyaanaa Dirree Iftuu Qulqulleettii Maariyaamiitti tajaajilu eegalan. Wayita daaqonummaan tajaajilaa turanitti dandeettii isaanii ilaalee kan hin raajeeffanne hin turre. Haaluma kanaan osoo jiranii jaalalli fi fedhii isaan barumsa mana Kiristiyaanaaf qaban caalatti dabale malee waan hiratee hin qabuun. Kanuma irraa kahuun jaalala Waaqayyoo tahee guutummaa guututti jireenya addunyaa kana jala du'uun Gooftaa keenya, fayyisaa keenya Iyyesuus Kiristoos faana monoksummaan jiraachuuf murteeffatan. Waaqayyoos dursee garaa haadha isaaniitii kaasee kabaja kanaan waan isaan qopheesseef Gadaamii Debre Libaanosii deemuun barumsa amantaa barachuun monokosan.

Maqaa haaraa jireenya haaraa Waaqayyo uumaa isaanii fayyisaa isaanii hanga lubbuun jiraataniitti amanamummaan tajaajiluuf waadaa seenaan. Manni Kiristiyaanaas maqaa haaraa Abbaa Gebre Maariyaamii isaaniif moggaafte. Isa booda gara Gadaamii Qulqulluu Aabboo Aanaa Qilxuu Kaarraatti gegessa Gadaamii tahuun gama tokkon barumsa amantaa Barsiisaa Maargeetaa Ayimiroo Daabbas irraa barachaa hojii misomaafi hojii hafuuraa hojjechaa turan. Akkuma namoonni baayyeen keenya beeknu Eebbifamoo Abuna Heenok irree gara gadaamii Aabboo Qilxuu Kaarraa kana deemuun barumsa Mana Kiristiyaanaa Margeetaa Ayimiroo Daabbas irraa barachaa turan.

Eebbifamoon abbaa keenya Abuna Gabri'eliin biqilaa mana Kiristiyaanaa keenya Debre Tsehaayii Dirree Iftuu Maariyaamii yoo tahan erga gara gadaamii Aabbootti deebi'aniis hojii babalina Wangeelaa Aanaa keenya keessatti godhamu keessatti lukaan deemuun tajaajilaa turaniiru. Aanoolee godina Wallaggaa Lixaa gara garaa keessatti deddeebi'uun tajaajila duuka bu'uummaa isaanii raawwachaa turan.

Erga monokosanii boodas baruma qinee gadaamoota gara garaa deemuun barachaa turan akka fakkeenyaatti Debre Libaanos, Gedaamii Ziwaayii, Gara Goojjamii, Gondor fi Debre Maarqoos deemuun barumsa mana Kiristiyaanaa keenyaa sirriitti barataniiru. Kana malees gama bulchiinsa mana Kiristiyaanaan Naqamtee, Mattuu, Fifinnee fi bakkoota gara garaatti bulchaa mana Kiristiyaanaa tahuun tajaajilaa turaniiru. Wayiita tajaajila mana Kiristiyaanaaf oliif gadi deemanitti ariyatamuun danuun dhiibban danuun, yaaliin isaan balleessuu gara garaa irratti raawwatamaa tureera.

Keessatti guyyaa tokko Miidiyaa OMN waliin turtii taasisanii gara sichiitti Qiddaaseen Afaan Oromoon Mannee Kiristiyaanaa keenya Finfinnee keessatti ni qaddasama jedhanii haasaan isaan godhan diina danuu gama mana kiristaanaan isaanitti uumee tureen. Diinnoonni isaanii sababa gara garaan isaan jibban duula maqa baleessii danuu isaan irratti raawatamaa tureera. Haa tahuutii garuu Eebbifamoon abbaa keenya Abuna Gabri'eliin dhagaa sababa eenyuummaa isaaniin isaanitti darbatamuun osoo amileen isaan hin bu'iin kutannoo fi jabinaan injifachaa as gahan.

Eebbifamoon abbaa keenya Abuna Gabri'eliin Yunivarsitii Tiyoolojii Sillaasee Fifinnee jiru seenuun barumsa isaanii hordofaniiru. Kan nama dhibuun yeroo Yunversitii kana baratan sababa maqaan isaanii abbaa Gebre Maariyaam Nagaasaa jedhamuuf maqaan Nagaasaa jedhu maqaa warra Kaabaa waan hin taaneef dhiibban danuun isaan irraan gahaa turaniiru. Waan nama dhibuun yeroo baayyee qormaata isaanii beekaa qabxii jala buusanii gaafa rakkisan dhimmicha gara bulchiinsa mana Kiristiyaanaatti sababa eenyummaa isaaniin dhiibbaan isaan irra gahaa akka jiru himatan. Kana booda qormaata irratti iddoo maqaa isaanii "Code" gochuun gaafa akka qoraman taasifaman guutummaa guututti gaaffi dhiyaateef deebisan.

Gaafa kana namoonni kanaan dura addatti sababa eenyummaa isaaniif isaan miidhaa turan gaafa ilaalan qormaanni isaanii guutummaatti kan deebisan Abbaa Gebre Maariyaamii turan. Kanaanis dhugaan fi dhiibban Yunversitii Tiyoolojii Sillaasee keessatti sababa maqaa qofa dhiibbaan isaan irra gahaa ture ifa bahe. Egaan Eebbifamoon abbaa keenya Abuna Gabri'eliin Yunversitii Tiyoolojii Sillaasee irraa digiriin qabxii guddaan eebbifaman. Kana malees gama biyya lafaanis Managnent digirii 2ffaa (Maastersiin) eebbifaman.

Barumsa baratanis itti gaafatamummaa gara garaa irratti ramadanuun mana Kiristiyaanaa keenya gahumsa guddaan tajaajila turaniiru. Egaan Eebbifamoon abbaa keenya Abuna Gabri'eliin ijoolummaa isaanii irraa kaasee dhugaa mana Kiristiyaanaaf dhugaa itti amananiif yoo lubbuu isaaniif bala kan qabu taheellee wareegamuuf kan duubatti hin jenneedha. Guyyaa keessa gaaf tokko illee L/ba Balaayii Waliin konkolaataan osoo deemanii kallattii isaan tahaaniin isaanitti meeshaan dhokaafamee lamaan isaanii gargaarsa Waaqayyoon wareegama jalaa oolaniiru.

Yeroo baayyees dubbannaa isaaniin Monokseen silayyuu addunyaa jalaa du'eera maaf du'a sodaanna jechuun beekamu. Kanaafiidha abbaan keenya torban darbe dura miidiyaa ONN ibsa laataniin dhaamsa "Yoon karaa argadhe dhufeen isin tajaajila, yoo ta'uu baate hidhamee dhiphadheen isin tajaajila, kun hunduu yoo hafe wareegameen siidaa koo ilaalaa jiraattu! Amantiin bilisummaadha, eenyuufuu hin gabroominaa!" Kan isaan jedhaniin. Egaa abbaan keenya abbaa qaalii akka warreen kaanii qarshiidhaan faayidaa tokko tokkoon bitamuu danda'an miti. Bara itti qarshiin fi faayidaan abbaa barbaade afaan cufee abbaa barbaade afaan banuun keessatti abbaa kutannoo akkasii qaban qabaachuu keenyatti guddaa boonna.

Ortodoksii Aanaa Qilxuu Kaarraa keessa abbaa jabaa, abbaa ijoollee isaaniif lubbuu isaanii illee dabarsuuf qophii tahaan akka isaanii Waaqayyo isa nuuf kenneef galanni guddaan haa tahu. Kanaaf abbaa keenya eebbifamoo Abuna Gabri'elii amantootni keenya danuun guddaa isaan jaallatu. Dhaloonni Qubee Generation hundinuu kumaa kitilaan abbaa keenya cina hiriirree aarsaa barbaachisu hundumaa baasuuf nuti qophiidha. Waan firri abbaa keenyas diinni abbaa keenyaas beekuu qabu kan jala murree dubbannu eebbifamoo Abuna Gabri'eliin alatti eenyuu illee mooraa mana Kiristiyaanaa keenyaa akka seenuuf nuti hin heyyamnu.

Kanaaf dargaggoonni mana Kiristiyaanaa keenyaa dhimma abbaa keenyaa karaa gara garaa hordofaa jirra. Abbaa keenya cina kumaa kitilatu jiraan. Wallaalaa keenya kan of jala malee fageessee waa xinxaluu hin dandeenye, jibba malee jaalala kan hin beekne, gadoof ilaalacha mandaraan kan socho'uu yoo jiraate ni gorfanna. Gaaffii mirgaa qabnus karaa nagaa fi seera qabeessan yeroo barbaachisetti ni dhiyeeffanna. Quba wal haa qabaannuu. Isa darbe dhiisnee isa dhufuufi haa hojjennuun dhaamsa barruu keenyati. Waaqayyoo mana Kiristiyaanaa keenyaaf nagaa fi jaalala haa buusuu.
Dirree Tajaajiltoota O2 πŸ₯°

NOTHING IS IMPOSSIBLE NEAR USπŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€
24/06/2023

NOTHING IS IMPOSSIBLE NEAR USπŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€

22/06/2023

πŸ•ΊπŸ•ΊπŸ•ΊπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ–πŸ–πŸ–πŸ–β€β€β€πŸ’šπŸ’šπŸ’šβ€β€β€

14/05/2023
Bokkaan Cimaan Roobe karaa karaarraa kaachiseπŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†
13/05/2023

Bokkaan Cimaan Roobe karaa karaarraa kaachiseπŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†

REPORT NA GOONAAN ARAARATU GUFATA.
01/05/2023

REPORT NA GOONAAN ARAARATU GUFATA.

25/04/2023

TAANZAANIYAAπŸšΆβ€β™€οΈπŸšΆβ€β™€οΈπŸšΆβ€β™€οΈπŸšΆβ€β™€οΈπŸšΆβ€β™€οΈπŸšΆβ€β™€οΈπŸƒβ€β™‚οΈπŸƒβ€β™‚οΈπŸƒβ€β™‚οΈπŸƒβ€β™€οΈπŸƒβ€β™€οΈπŸƒβ€β™€οΈπŸšΆβ€β™‚οΈπŸšΆβ€β™‚οΈπŸšΆβ€β™‚οΈπŸšΆβ€β™‚οΈπŸšΆβ€β™‚οΈπŸšΆβ€β™‚οΈπŸ€³πŸ€³πŸ€³πŸ€³

08/04/2023

When I was young I used to see adults getting married. Now I'm an adult and I see young ones getting married. I don't know where I belong!
πŸ˜†πŸ˜†πŸ˜†πŸ€£πŸ€£πŸ€£πŸ€£

01/04/2023

Stop giving your attention to anything that isn't contributing to your happiness. Your mental health is so much more important.

01/04/2023

Rabbitu nu oolche malee waaqayyo nu fixee oole jette........bakakkaan buunaan

19/03/2023
Jirtuu sabaa
18/03/2023

Jirtuu sabaa

08/06/2021

Send a message to learn more

23/03/2021

Know one thing – one day you are going to go under the ground. You will be finished. Everybody else will also be finished. What are you worried about? You are worried about money? You are worried about somebody’s opinion? You are worried about prestige? You are worried about your health? There are four things that people worry about –Money, Relationship, Prestige and Health! All of them is going to go away one day. Then why worry.

πŸ’•See life from a bigger context. Ten years ago, didn’t you worry? You are still alive. Five years ago, didn’t you worry? You are still alive. Three years back you worried. This worrying did not do anything to you. You only created more toxins in your body. Life anyway goes on.

🀍Life is a balance between free will and destiny. How many of you have this question about free will and destiny? (Many in the audience raise their hands). Is life all destined or is it all free will? I tell you, life is a combination of both free will and destiny. Your height is your destiny but your weight is your freewill.

πŸ’™ You can’t say this my destiny is to weigh 100 kilos. I will tell you to get on to the treadmill. And don’t eat those burgers. So, your weight is your free will and your height is your destiny. Similarly, it’s raining is destiny, whether to get wet or not is your free will.

channel πŸ’•

08/03/2021

Dhamdhama jireenyaa arguuf giddu galeessa tahi.

Address

Awaro
Ambo

Telephone

+251983255923

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shibe man posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category


Other Publishers in Ambo

Show All

You may also like