Ee bada Gujii kiyya "Eegee qeerranssaa hin qaban qaban garuu gadi hin dhiisan"
Maraafuu #Gujiin_Gaaffii_Qabaβ
Dachaa'ii guddaa #Ardaa_Jilaa_Me'ee #Bokkoo irratti ... Sirna #baallii wal harkaa fuudhiinsa #Gadaa waan jiruuf Oromoon martti akka irratti argamtan yaamicha kabajaa isiniif goonee jirra.
Yooyyaa! Jaaloo.... kabaja Ayyaana Sabaafii Sablammii Bulchiinsa Magaala Adoolaa Woyyuu Mana Barumsaa Odaa Doolaatti Barattootaan kabajamaa oolee jira.
.
.
.
.
Video guutuu karaa youtube keennaan nu eegaa link πππππ
https://youtu.be/aikyuboXeb0?si=EBbvADHpUCA89ity
#Jila_Haati_Bollaa_Siiqqoo_Qabattee_Deentu_3_Maqeessi.
Yooyyaa!
Foundation Yuuba Dr. Aagaa Xeenxanoo jila bareedaa turee
Nuutilleen akkasitti isiniif qopheesinee jirra higa dhumaa hordofaa
KARU MEDIA
Laali sarbicha Gujiin #Sheraton keessa yennaa dhiitu β
Faana Aagaa Foundationn
Gujiin Sheraton Keessatti yennaa bashananu
Faana Aagaa Foundation βπ₯°
Seenaa jireenyaa Aagaa Xeenxanoo
Faana Aagaa Foundation
Magaala Nageellee Gujii irraa kaanee km 600 ol qaxxaamurree faana Aagaa Foundation irratti argamiisaaf wan hunda fixnee Fifinneetti gallee jira waaqi nutta danssaa β
KARU MEDIA n bor live nu eegaa
Haati teenna yennaa faaya aadaa Gujii ibsa kennitu
KARU MEDIA follow godhaa
Guyyaa gaarii qabaadhaa.
#Gomolee_Jechuun_maan_jechuu?
KARU MEDIA
Simannaa bulchoota Gooroo Doolaatiif godhame
KARU MEDIA (8-03-2016)
#Dokmantarii_Sirna_Baallii_Wal_Harkaa_Fuudhiinsa_Gadaa_Gujii
#Part_2
KARU MEDIA (01/03/2016)
madda OBN Afaan Oromoo irraa
#Dokmantarii_Sirna_Baallii_Wal_Harkaa_Fuudhiinsa_Gadaa_Gujii
#Part_1
KARU MEDIA (27/02/2016)
madda OBN Afaan Oromoo irraa
#Waraanni_ISRAEL_FI_HAMAS_Akkamitti_Jalqabame
KARU MEDIA (27/02/2016)
#like_share_follow godhuu hin dagatinaa
Artist jabaa Lafti Gujii biqilchitee Daawwaa Gujii hojii babbareedaa qabatee dhufaa jiraa
#dhare #like #follow godhaa wol bira haa dhaabanuun dhaamsa keenna
Biyya nyaata dabalatee baasii lammiilee isii hunda uewistuun wal baraa
KARU MEDIA 20/02/2016
π₯ Haala Suukanneessaa Buufati Fayyaa Haarqalloo Keessa Jiru.
Buufati Aanaa Gooroo Doolaa keessa jiru laakkossaan 6. Iteetu garuu caaseefama GBB walqabatee manneen barnootaa, dhaabileen fayyaa, tajajjilli hawasummaa Guutumaa guututti dhaabatee jira. Ka amma video as jalatti argitan kun buufata aanaa Gooroo doolaa magaala Harqallooti. Buufata kana keessatti duraaniin nami 3000_4000 guyyaatti tajaajila yaalaa argata ture.
Cufamuu mana yaalaatiin walqabatee haadhooliin ulfaa akkasumas ijoolleen didiqqoo kattabamuu qaban sababa kanaan dhibeelee gara garaatiif saxilamanii jiran.
Marree uummati miidhamatti jira waan te'eef mootummaalleen waan sila uummati fedhu san mariisisee uummataan waliigalee furmaata adoo kennee danssaa jenna
Madda Badhasa Hailuu
Baddaa Magaadaa
Danssaa Magaalaa
#Oromiyaa_Gujii_Bulee_Horaa
Follow KARU MEDIA
Irreechaa ykn dhibaayyuu Finfinnee fii Bishooftuu irratti hirmaanaan Gujii
Walumaa galatti kana fakkaata
Video credit - KARU MEDIA
Yeennaa Ireechaa gallu Booree Maattii irraatti Akkana Qeexala turree
Gujiin Aadaa Bareedaa Qaba KARU MEDIA
Qeexala Uummata Oromoo mara maraachitte