07/08/2024
Hariiroo Xaaliyaanootaa:
Guyyaa 1ffaa= Walqunnamtii saalaa
Guyyaa 2ffaa= Ammas walqunnamtii saalaa itti deebi'u.
Hariiroo biyya Faransaay:
Guyyaa 1ffaa = Fiilmii waliin ilaaluufi dhungannaa
Guyyaa 2ffaa = Walqunnamtii saalaa
Guyyaa 3ffaa = Ammas walqunnamtii saalaa itti deebi'u.
Hariiroo biyya England:
Guyyaa 1ffaa = Waliin ba'uu fi dhungannaa
Guyyaa 2ffaa = Dhungannaa fi wal hammachuu
Guyyaa 3ffaa= Dhungannaa, wal hammachuu fi wal lallaaffisuu
Guyyaa 4ffaa = Walqunnamtii saalaa fi ammas walqunnamtii saalaa dabalataa
Hariiroo Ameerikaanootaa:
Guyyaa 1ffaa= Qaaxaroon wal arguu
Guyyaa 2ffaa= Hammannaa
Guyyaa 3ffaa= Ammas wal hammachuu (ho'aan) .
Guyyaa 4ffaa= Dhungannaa ykn kiss
Guyyaa 5ffaa= Dhungannaa ykn kiss dheeraa
Guyyaa 6ffaa= Walqunnamtii saalaa
Hariiroo Afrikaanootaa:
Keessattuu Ethiopia 🇪🇹
Guyyaa 1ffaa= Ijaan dubbisuu
Guyyaa 2ffaa= Itti siquuf yaaluu
Guyyaa 3ffaa= Ammas dubbisuuf yaaluu
Guyyaa 4ffaa = Dubbasanii bilbila wal jijjiiranii waliif galuu
Guyyaa 5ffaa = Wal arguu yaalii gochuu garuu hin milkoofne
Guyyaa 6ffaa = Wal arguu
Guyyaa 7ffaa = Hiriyyoota Ishee 3 sirriitti waa nyaatan waliin taatee ammas wal arguu
Guyyaa 8ffaa = Wal arguu fi hammachuuf yaaluu
Guyyaa 9ffaa = Ammas hammachuuf yaale garuu hin milkoofne.
Guyyaa 10ffaa = Sirritti hammate
Guyyaa 11ffaa= Dhungachuuf yaale garuu hin milkoofne.
Guyyaa 12ffaa= Dhungachuu ykn kiss
Guyyaa 13ffaa= Dhungannaa dheeraa
Guyyaa 14ffaa= Walqunnamtii saalaa raawwachuuf yaale garuu hin milkoofne.
Guyyaa 15ffaa= Walqunnamtii saalaa raawwachuuf yaale garuu wal dhaban ykn Isheen loltee aartee deemte
Guyyaa 16ffaa = Waliin hin dubbatan ykn waliin oodan
Guyyaa 17ffaa = Hamma guyyaa itti aanutti ammas wal hin dubbisne.
Guyyaa 18ffaa = Inni ni bilbileef Isheen garuu kaasuu didde.
Guyyaa 19ffaa = Gurbaan ni bilbileef, Isheen garuu funaannatee akkas jettee gaafatte: "maal barbaadde?"
Innis dhiifama gaafate.....
Isheen: "Na dhiisi Ani shamarree gosa sanaa mitii" jettee deebisteef.
Innis hanga guyyaa itti aanutti Ishee kadhachuu itti fufe.
Guyyaa 20ffaa= Intalli dhiifama Isaa fudhatte garuu kan ammas waan shakkii qabdu fakkaata
Guyyaa 21 ffaa = Wal arganii wal hammatan
Guyyaa 22ffaa = Ammas wal hammachuu
Guyyaa 23ffaa = Dhungannaa ykn kiss 💋
Guyyaa 24ffaa = Dhungannaa dheeraa
Guyyaa 25ffaa = Walqunnamtii saalaa gochuuf yaale Isheen garuu waa'ee bilbila bareedaa qabachuu dhabuushee haasoofti. Gurbaan bilbila haaraa akka bituuf waadaa galaaf.
Guyyaa 26ffaa = Walqunnamtii saalaa gochuuf yaale garuu Intalli hamma bilbila haaraa naaf bittuu jettee didde.
Guyyaa 27ffaa = Inni walqunnamtii saalaa gochuuf yaale, "meerree bilbilli Ati naaf bitte? Ati qoosaa jirta waan ta'eef gaafa dhugaa dubbachuu eegalte naaf bilbili" jettee dhiistee sokkite.
Guyyaa 28ffaa = Humn°aan walqunnamtii saalaa godhe. Ni gud*ede jechuudha.
Guyyaa 29ffaa = Nama gude*duudhaan himatamee poolisootaan barbaadamuu eegale.
Guyyaa 30ffaa = Osoo poolisoota jalaa dhokotuu qabamee hidhame.🤣
Dubartoonni biyya keenyaa kuni yoomuma muudii keessa galun jedheem? 😐