Oromia Jittu

Oromia Jittu Tokkummaa Obbolummaa Sab-Daneessa Badhaadhina Waloof !!!
ፍቅር-----Love❤❤
ሰላም---Peace❤❤

  City  💙🤍❣️💚💧Welcome To Visit Adama City💦🐦💧 💙  💚  🇪🇹
16/02/2024

City
💙🤍❣️💚💧
Welcome To Visit Adama City💦🐦💧

💙
💚
🇪🇹

 !Abiy Ahmed Ali ❣️🇪🇹🙏Abbichuun kallattii hoji kenname, raawwii hojichaa gamaggamaa jira!Hooggansa Jabaa amma jedhe gahu...
09/02/2024

!
Abiy Ahmed Ali ❣️🇪🇹🙏
Abbichuun kallattii hoji kenname, raawwii hojichaa gamaggamaa jira!
Hooggansa Jabaa amma jedhe gahu!

08/02/2024

አምባሳደር ታዬ አፅቀሥላሴ የውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ሆነው ተሾሙ

6ኛው የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት 3ኛ ዓመት የስራ ዘመን በ15ኛ መደበኛ ስብሰባው አምባሳደር ታዬ አፅቀሥላሴ ሹመት አጽድቋል፡፡

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) የአምባሳደር ታዬ አፅቀሥላሴ የሥራ ልምድ ዘርዝረው ለምክር ቤቱ ባቀረቡት መሰረት ምክር ቤቱ በሙሉ ድምጽ ሹመቱን አጽድቋል፡፡

Inistitiyuutiin leenjii ogummaa poolisii Sanqallee, miseensota poolisii 900 ol eebbisiiseAMN- Amajjii 25/ 2016Koolleejji...
04/02/2024

Inistitiyuutiin leenjii ogummaa poolisii Sanqallee, miseensota poolisii 900 ol eebbisiise

AMN- Amajjii 25/ 2016

Koolleejjii Poolisii Oromiyaatti Inistitiyuutiin leenjii ogummaa poolisii Sanqallee, miseensota poolisii 900 fi 90 tajaajila poolisii hawaasaa irratti leenjisaa ture eebbise.

Daarektarri Inistiitiyuutii leenjii ogummaa poolisii Sanqallee Komaandar Taarikuu Soressaa eebbifamtoota kanneeniif turtii taasisan keessatti barumsa naamusa poolisii, heera mootummaafi leenjii qor-qalbii dabalatee mata-dureewwan garaa garaa irratti barumsi akka kennameef himaniiru.

Eebbifamtootni kunneen beekumsa leenjii kennameefii irraa argataniin hawaasa isaanii haqaan tajaajiluu akka qaban Komaandar Taarikuun dhaamaniiru.

Daareektarri olaanaan Koolleejii Poolisii Oromiyaa Komishinera ittaanaa Tolchaa Magarsaa rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaa keessa jiru furuuf tajaajilli poolisii hawaasaa gahee guddaa waan qabuuf eebbifamtootni kunneen hubannoo hawaasaa cimsuu, hawaasni nageenya naannoo isaa akka eeggatu gochuu keessatti xiyyeeffannaan hojjechuu akka qaban dhaamaniiru.

Hogganaan damee nageenya naannoo mirkaneessaa Komishinii Poolisii Oromiyaa Komishinara ittaanaa Darajjee Baay’isaa lammii ofiifi biyya tajaajiluun kabaja waan ta’eef imaanaa itti kenname osoo hin dagatiin hojjechuu akka qaban dhaaman.

Koomishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Oromiyaa Jeneraal Dirribaa Mokonnon sirna eebbaa kana irratti argamuun eebbifamootaaf dhaamsa dabarsaniiru.

Miseensotni poolisii eebbifaman kunneenis akkaataa leenjii argataniin hawaasa isaanii tajaajiluuf qophii ta’uu dubbataniiru. OBN gabaase

Finfinnee Daandii Jijjiiramaan
04/02/2024

Finfinnee Daandii Jijjiiramaan

03/02/2024

Gaaffii!!
Oromoon gabrummaa jalatti buluuf walii galtee mallatteesse tokkoyyuu hin qabu" Gootni jecha kana jedhe enyuu❔
Nagaan bulaa😍🙏

አዲስ አበባ (ፊንፊኔ) በምሽት እንዲህ ዉበቷ ያስደምማል💝🥰
01/02/2024

አዲስ አበባ (ፊንፊኔ) በምሽት እንዲህ ዉበቷ ያስደምማል💝🥰

31/01/2024
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Yaa'ii Itaalii-Afriikaa irratti hirmaachaa jiruOBN Amajjii 20/2016-Ministirri Muumm...
29/01/2024

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Yaa'ii Itaalii-Afriikaa irratti hirmaachaa jiru

OBN Amajjii 20/2016-Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad hoggantoota Afriikaa kanneen biroo waliin ta'uun Yaa'ii Itaalii-Afriikaa irratti hirmaachaa jiru.

Yaa'ii kana Ministira Muummee Itaalii Jiyoorjiyaa Melooniitu qopheesse.

Yaa'ichi mata duree Riqicha guddina waloo 'a bridge for a common growth’ jedhuun taa'aamaa jira.

Karoorri "Mattei Plan for Africa" jedhamu gama Itaaliin dhiyaatee irratti ni mari'atama jedhamee eegama.

http://tiktok.com/ https://t.me/+BIEtugrPtXJmMjc8

  ⚫⚪🔴
29/01/2024

⚫⚪🔴

????
06/12/2023

????

14/11/2023

World Athlete of the Year finalists.
አትሌት ትዕግሥት አሰፋ በዓመቱ ምርጥ አትሌት ምርጫ የመጨረሻዎቹ 5 ውስጥ ተካተተች

Tigist Assefa 🇪🇹
Femke Bol 🇳🇱
Shericka Jackson 🇯🇲
Faith Kipyegon 🇰🇪
Yulimar Rojas 🇻🇪



በሴቶች ማራቶን የሪከርድ ባለቤት የሆነችው አትሌት ትዕግሥት አሰፋ በዓመቱ ምርጥ አትሌት ምርጫ የመጨረሻዎቹ 5 ውስጥ ተካትታለች።

አትሌት ትዕግሥት አሰፋ የዘንድሮውን የበርሊን ማራቶን 2:11:53. ሰዓት በመግባት በሴቶች ማራቶን ተይዞ የነበረውን ክብረ ወሰን በእጇ ማስገባቷ ይታወሳል።

ከአትሌቷ ጋር ኔዘርላንዳዊቷ አትሌት ፌምኬ ቦል፣ ጃማይካዊቷ አትሌት ሼሪካ ጃክሰን፣ ኬንያዊቷ አትሌት ፋይዝ ኪፕዬጎን እና ቬኒዙዌላዊቷ አትሌት ዩሊማር ሮያስ የመጨረሻዎቹ 5 ውስጥ የገቡ አትሌቶች ናቸው።

08/11/2023

Wey SHAASHEE!!

29/12/2022

Address

Asko
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Jittu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share



You may also like