Caayaa Jaalalaa

  • Home
  • Caayaa Jaalalaa

Caayaa Jaalalaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Caayaa Jaalalaa, Digital creator, .

20/04/2024
01/04/2024

Walqunnamtii Saalaatiin Dubartii Hamma Ishiin quuftutti Fedhii baasuuf qabxiiwwan 8🌹🌹🌹

❶ Iddoo mijataa uumif : Wantoonni ishee cinqan, yaaddessanii fi dhiphisan balleessuun iddoo mijjataa uumiif.

❷ G-**ot barbaadu : G-**ot bakka fedhii dubartii baasan keessaa isa hangafa. Qaama saalaa ishii keessatti hanga 5 cm shani gadi siqee karaa oliitin maxxanee argama. Qaamni saalaa dhiiraa duuban salphumatti bakka G-**ot jedhamtu kana tuquu danda'a.

❸ Iddoo Qinxirii beekuu : Tokko tokko guddaatee gubbatti mul'ata. Tokko tokko immoo hin mul'atu kessatti gadi jiraa. Kan warra sirritti kittaanamii qinxiriin ammana waan hin beekamneef sakatta'anii baruun murteessadha.

❹ Taphachiisi (foreplay) : Osuma uffata hin baafanne waanuma nama hin quuqne irratti wajjiin taphachuu. Qaama saalaa kee uffatuma keessan ishiitti bubbuusi, itti rigiin, itti riiqadhu. Mormaa fi gurra ishii qabiitii arraabi.Arraba kee arraba ishiitin cufiitii sirritti xuxuxuuxi (french kiss).

❺ Eessa akka geesse too'achaa deemi : Harka kee paantii ishii diigii keessa seensisi. Dabbasaa naannoo san jiru hohhooqi. Qaamni saalaa ishii jiidhun si simachuuf of qopheessuu isaa barta.

❻ Qubaan raawwachuu (fi*****ng) : Humnaan osoo hin taane suuta gubbumarratti quba Yeroo quba lamaan keesse raawwattu quba aabbuuduutin immoo qinxirii tuttuuquudha.

❼ Ishiirraa eegi : fedhin ishee ni tura harkumaa fi arraba qofaan irra deemi hamma fedhiin mataa koree akka seensiftu si kadhatutti.

❽ Dhaggeeffachuu : Yeroo fedhiin muddu dugdaan ol jechuu barbaaddi. Akka qaamni kee sirritti keessa seenu barbaaduu ishii waan mul'isuuf hanga dandeesse hundayyuu osoo itti hin hambifatin itti galchi

01/04/2024

Walqunamtii Saalaa Dubartii Boroo (Hudduu) Guddaa Qabdu Waliin 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺

◈ Dhiironni baay'een dubartii (hudduu/boroo/fagaara/teessuma/taa'aa) guddaa qabdu yeroo argan walqunnamtii saalaa waliin raawwachuuf hawwii guddaa qabu. Dubartiin boroo guddaa qabdu ishii qal'oo caalaa qaama saalaa dhiphaa waan qabduuf walqunnamtii saalaatiif mijattuudha.

➲ Doggy style : Kuni poosishiinii dubartii furdoo fi boroo guddaa qabdu kamuufuu baay'ee mijataadha. Yeroo ishiin gadi jettee jilbeeffattu foon naannoo qaama saalaa jiru gara dugdaatti waan ol sassaabbamuuf haaluma salphaan raawwachuuf, fageenya dheeraa deemsisuuf ni tola.

➲ WomanOnTop/CowGirl : Dubartiin gubbaarra oolti. Kuni inni duugdaan ciisa isheen bargaaffattee irra teessi. Boroo ishiitin osoo hin taane qaama saalaa ishii qofaan kan isaa tuqsiisuu qabdi. Akka ishiif tolutti raawwatti. Innis jalaa ol gargaaruu ni danda'a.

➲ SeaShell : Isheen dugdaan ciisti. Erga ciistee miila ishii tokko olfuutee gurra ishii jalaan of geessi. Innis jidduu seenee miila ishii qabee raawwata. Nafsaalli ishii fuunduratti waan dhiibamtuuf furdinni boroo ishii isa hin rakkisu. Inni immoo akka isaaf mijatutti jilbeeffatee miila ishii gadi qabaa irra gadi ciisee raawwata. Carraan qinxirii riguu ni jiraata.

➲ TableTop : Isheen dugdaan minjaala yookin waan akka minjaalaa jiru irra ciisti. Innimmoo lafa dhaabbatee ishee caafirraan ga'ee miila ishii gargar qabee jidduu seenee raawwachuudha. Miila gateettii isaatin tuqsiisuu ni danda'a. Dugda ishii jalas boraatii gochuun gaaridha. Qaama saalaa ishii malee boroo ishiitin waan wal hin argineef mijataadha.

01/04/2024

Gosoota DURBUMMAA ( VIRGINITY ) photo comment keessa 🌹🌹🌹🌹🌹🥀🥀🥀🥀

◈ Durbummaan kun bakka gurguddaa afuritti qoodamuu ni danda'a.

➊ Inni jalqabaa guutummatti ala nafsaala dubaraa kan haguuge fi qaawwa(uraa) xiqqoo kan fincaan fi laguun ittiin gara alaatti ba'u kan qabu.

➋ Inni biraa qaama alaa kan haguuge ta'ee iddoo baay'eedhaa qaawwa kan qabu. Dubartiin gosa durbummaa akkanaa qabdu muraasa.

➌ Inni sadaffaa haguuggin isaa kan hin mul'anne hidhii nafsaala dubaraa gara oliitin haguugamee kan argamu. Yeroo walqunnamtii saalaa ni bada.

➍ Inni arfaaffaan kun baay'inaan kan argamu miti. Gogaa jabaa irraa kan tolfame ta'ee yeroo laguu fi fincaanii dubartitti dhukkubbiin kan dhaga'amu ta'ee baay'ee nafsaala dhiiratin salphaatti kan hin cinneedha. Kun surgically ( baqaqsanii ) mana yaaalatti kan cituudha.

Leniza❣️🔥🔥💋👆🔥
31/03/2024

Leniza
❣️🔥🔥💋👆🔥

.Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dubartootaf)🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺1. Qophooftuu : Dubartii walqunnamtii saalaan dura of qoqopheessit...
30/03/2024

.
Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dubartootaf)
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺

1. Qophooftuu : Dubartii walqunnamtii saalaan dura of qoqopheessitu dhiirri ni jaalata. Qulqullinaa ishee eeggattee kan dhiyaattu, foolii gaarin isa kan simattu barbadamtuudha. Callisteetuma yeroo inni waamu kan fiigdu, isuma teessee qofa kan eegdu dhiirri baay'ee hin fedhu.

2. Ofitti amanamummaa : Dubartiin ofitti amanummaa qabdu dhiiran ni jaalatamti. Qaama ishii fi qaama saalaa ishiitti kan hin qaanofne dhiirri ni jaalata. Nafsaala ishii akka barbaadetti akka inni ilaaluufii tuttuqu dubartiin taasiftu dhiiran baay'ee kabajamti.

3. Eeyyamamtuu : Rakkoon yoo jiraate mariin kan furtu. Inni yoo siree irrattirree dadhabaa ta'e dubartii gadi baatee isa odeessitu osoo hin taane raakkicha furuuf kan tattaafattu dhiirri baay'ee jaalata, kabaja.

4. Amala dubartummaa : Walqunnamtii saalaan dura fi booda nyaata qopheessitee laachufii, mana qulqulleessuu, iddoo ciisichaa itti raawwatamu dubartiin babbareessuu jaalattu dhiira biratti walqunnamtii saalaatiif filatamtuudha

5. Dhungoo (Kissing) : Dubartiin callisteetuma hidhii ishii qofa isa jala qabuu osoo hin taane ofiifis muuxannoo dhungoo horachuun ofiifis kan barbaaddee kiss gootu dhiirri dubartii akkasii waliin raawwachuuf ni qophaa'a. Kanaaf shaakaluun muuxannoo isaa bareefachuun dubartii irraa ni eegama.

6. Sochootuu : Yeroo raawwatamu dubartiin callistee dhiira jala diriirtee ciistu baay'uma hin haawwatamtu. Dubartiin sochii taasiftu, sosocho'aa isa gargaartu, sagalee kan dhageessiftu, kan aaddu, yeroo raawwatamu dubartiin maqaa isaa wawwaamtu baay'ee waan isa si'eessituuf yeruma hunda dubartii akkasii waliin raawwachuun baay'ee isa gammachiisa.

7. Akkaataa ciisichaa : Dubartiin kallattiin ittiin raawwatamu akka jiijjiiramuuf qophooftuu taate baay'ee barbaadamti. Poosishiinii isaaf toluuf kan eeyyamamtu, akkasumas kan ofii ishiitif jaalattu kan dubbatattu, ofii ishiitifis kan raawwattuu dhiirri ishii dhiisee dubartii biraa garagalee hin ilalu

Monet GemechuMonet Gemechu
23/12/2023

Monet GemechuMonet Gemechu

A robust, free, and balanced public media is essential to building fair, transparent, and tolerant democracies.   Ambass...
22/12/2023

A robust, free, and balanced public media is essential to building fair, transparent, and tolerant democracies. Ambassador Massinga urged leaders of Ethiopia’s state and private media outlets to continue to strengthen their organization reporting capacity in a roundtable discussion.
Discussions also included future areas of cooperation; continued U.S. commitment in Ethiopia; building the capacity of journalists and media institutions; as well as values of press freedom and freedom of speech.
U.S. Embassy Addis AbabaU.S. Embassy Addis Ababa Embassy Addis Ababa

Oro Spark art Center &  Siinqee five star Hotel Woow 😱(PLC) Kana Qabeenyummaan isaa Artist Saliha Sami Yoo ta’u;!Oromiya...
21/12/2023

Oro Spark art Center & Siinqee five star Hotel
Woow 😱

(PLC) Kana Qabeenyummaan isaa Artist Saliha Sami Yoo ta’u;!Oromiyaa keessayyuu magariisa lafaa kan taate Bishooftuutti ijaaramufi

Waa shan (5) gammachuu keenya hatan!!************1.Nama hunda gammachiisuuf dhama'uu.2.Jijjiirama/jijjiiramuu sodaachuu....
21/12/2023

Waa shan (5) gammachuu keenya hatan!!
************
1.Nama hunda gammachiisuuf dhama'uu.
2.Jijjiirama/jijjiiramuu sodaachuu.
3.Waan darbe yaadaa jiraachuu.
4.Jireenya ofii kan namaan madaaluu.
5.Waa'ee jiruu jireenyaa humnaa ol yaadda'uu.
*************
Smile is sunnah!
Dr. Gurmeessaa
*************
📸 credit: Jiroo Picture_Nekemte
Phon: 0935869823

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caayaa Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share