Nesru Kedir Mohammed

Nesru Kedir Mohammed Jaalala jechuun nama jaallattu sanaaf jiraachuu jechuudha.

 ‼️> > > > > > > ****>>>>>>Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Limmuu Gannatii fi Aanaa Limmuu Kossaatiif Hundaaf‼️Dargaggoonn...
16/12/2025

‼️
> > > > > > > ****>>>>>>
Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Limmuu Gannatii fi Aanaa Limmuu Kossaatiif Hundaaf‼️

Dargaggoonni har’aa hoggantoota borii ti. Kanaaf, beekumsa, safuu fi hubannoo amantii sirrii irratti hundaa’e horachuun dirqama hunda keenyaa dha. Akkuma beekamu, dhaloonni yoo hin ijaaramne, egeree ifa qabu hin mirkaneessu.

Kana hubachuun, Dhaabbatni Faawundeeshinii Qorannoo Islaamaa Iqraa fi Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa sagantaa leenjii barbaachisaa, ammayyaa fi hawwataa ta’e qopheessee jira. Sagantaan kun
'ata_Dargaggoota_ Muslimaa _Bocuu''
Jedhu Irratti Yemmuu Ta'uu,Kunis Dargaggoota keenya:
Amantii isaanii akka sirnaan hubatan gargaara.
Yaada ofitti amanuu fi murannoo jireenyaa ni cimsaa.
Qormaata jireenyaa ammayyaa akka sirnaan ilaalan ni gargaara
Imala jijjiiramaa fi ijaarsa egereetti ceesisuuf shoora olaanaa qaba

📅 Guyyaa: Roobii Boruu (Muddee 8/2018)
📍 Bakka: Magaalaa Limmuu Gannatii fi Aanaa Limmuu Kossaa

Kanaafuu, dargaggoonni Muslimaa hundi, dhiiraa fi dubartii, barataa fi hojjetaa, harcaatii tokko malee sagantaa kana irratti akka argamtan kabaja guddaan isin affeerra.

👉 Sagantaan kun carraa barachuu, wal-barsiisuu fi waliif hubannoo uumuu waan ta’eef
👉 Hirmaannaan kee of qofa osoo hin taane, hawaasa guutuu fayyada

Tokkummaan haa dhufnu, beekumsa haa gonfannu, egeree keenya haa ijaarru!
Sagantaa kana hin hafinaa —
Carraa jijjiiramaa dhabuun hin barbaachisu!

13/12/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Zenuu Abdala, Yassin Mohamed, Mohd Syed, Hasan Sheekaa, Teha Xaha, Mizbahuu Jamal, Awwal Muhaammad, Farhaan Mahammad

11/12/2025
07/12/2025

🌺 “Tuurizimii keenya kunuunsuun, qabeenya lafa keenya keessatti argamu gara injifannoo diinagdee jijjiiruudha.”

03/12/2025
02/12/2025

"Hospitaala Giraandi Vaalii
Halkan kana. Alhamdulillah Hospitaala Ajaa'ibaa Kan eebbaan gadi dhaabbata Kan Miskiinni aara itti galfatu. Jireenya kiyya keessaa wanti nagammachiisu inni guddaan Hospitaala kana gadi dhaabuu keessatti hirmaannaa gochuu kooti."

Miftah Jibril , CEO

02/12/2025

Address

Jimma

Telephone

+251942354265

Website

https://www.facebook.com/profile.php?id=100085311901636&mibextid=ZbWKwL, https:

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nesru Kedir Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Nesru Kedir Mohammed:

Share