Mirgaa fi bilisummaa

Mirgaa fi bilisummaa "Sagaleewwan bilisummaa fi haqaaf humneessuu. Imala mirgaa fi bilisummaa hunda kabachiisuuf nu waliin Taha isiinin jenaa
(1)

07/11/2024

29/10/2024

17/10/2024

Filannoo Yuunivarsiitii 🙏
👉Barattoonni bara 2016 qormaata biyyoolessaa xumuraa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa argatan yuunivarsiitii mootummaa keessatti sagantaa # Idilee fi argataniif!
👉 Ministeerri Barnootaa yeroo xumuraa Filannoo Yuunivarsiitii keessanii fi Damee Barnootaa karaa barsiisota mana barumsaa keessan keessatti bakka bu'uun boru Onkoloolessa 6/ 2017 xumurama jedha.

👉Filannoo Yuunivarsiitii fi damee barnootaa yeroo hafe keessatti Akka guuttan jedha.

16/10/2024

Filannoo Yuunivarsiitii 🙏
👉Barattoonni bara 2016 qormaata biyyoolessaa xumuraa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa argatan yuunivarsiitii mootummaa keessatti sagantaa # Idilee fi argataniif!
👉 Ministeerri Barnootaa yeroo xumuraa Filannoo Yuunivarsiitii keessanii fi Damee Barnootaa karaa barsiisota mana barumsaa keessan keessatti bakka bu'uun boru Onkoloolessa 6/ 2017 xumurama jedha.

👉Filannoo Yuunivarsiitii fi damee barnootaa yeroo hafe keessatti Akka guuttan jedha.

Mirgaa fi bilisummaa

Mirgaa fi bilisummaaMirgaa fi bilisummaa Itoophiyaafi Somaaliyaan gamaafi gamana dhaabbatanii wol-gaarrifachuu erga eega...
19/09/2024

Mirgaa fi bilisummaaMirgaa fi bilisummaa

Itoophiyaafi Somaaliyaan gamaafi gamana dhaabbatanii wol-gaarrifachuu erga eegalanii bubbulan.

Misiriin rogii Somaaliyaa dhaabbachuun walitti buusuuf huuraafi hurrumni isiin hin guurre hin jiru. Ertiraanis Somaaliyaadhaaf waan garoo dhaabbatte fakkaata.

Cufaa miilana Misiriifi Ertiraan dhimma Somaaliyaatiif cadhi hin jennu jedhaa Asmaratti wol geyaneeran.

Itoophiyaan ammoo nuuti nageya feena jechaa jirti. Chaayinaa woliin hariiroo cimsataa jirti. Irra deddeebiin gaanfi Afrikaa akka hin jeeqamneef araara waan barbaaddu fakkaatti. Ifi ammoo birmadummaa Itoophiyaa irratti harka hin kenninu jetterti.

Dhimmi biyyoota lameen gaanfa Afrikaa yaaddoo itti uumeera.
Mirgaa fi bilisummaa

18/09/2024
18/09/2024
04/09/2024

✅Hubadhu

➡️Gatii otoo itti hin baasin Kaayyoon ati Galmaan Geessu hin jiru
➡️Siin ala Eenyu illee si dhaabuu fi booddeetti si deebisuu hin danda'u!
➡️Dhuma guddaa malee Jalqabni Guddaan hin jiru!

 😭Lakkoofsi namoota balaa sigiga lafaa   du'an 229 gahe Naannoo Kibbaa Itoophiyaa godina Goofaa aanaa Kennichoo Shaachaa...
24/07/2024

😭
Lakkoofsi namoota balaa sigiga lafaa du'an 229 gahe

Naannoo Kibbaa Itoophiyaa godina Goofaa aanaa Kennichoo Shaachaatti balaa sigigaachuu lafaa mudateen hanga ammaa lubbuun namoota 229 akka darbe mirkanaa’uu ibsame.

Kominikeeshinii godinichaa akka beeksisetti, hojii lubbuu baraarsaa hanga ammaa gaggeeffameen daa’imman dabalatee dhiiraa 148 fi dubartii 81, waliigalaan reeffa namoota 229 argamuu fi hojiin barbaachaa cimee itti fufeera.

Namoota hojii lubbuu baraarsaaf iddoo san argaman keessaa tokko, balaan kun rooba cimaa Dilbata galgala roobe hordofee qaqqabuu eeruun, "ganama irra deebiin kanneen lubbuu baraaruuf dursanii argaman irratti lafti sigigaatee lakkoofsi namoota du’an dabale” jechuun Dhaga'ame

Bulchaan godina Goofaa Daagmaawii Ayyalaa, balaa kanaan hojjettoota mootummaa fi poolisoota dabalatee lubbuun namoota hedduu darbuu himaniiru.

 : Adeemsa Malaammaltummaan Barnoota Olaanoo Itiyoophiyaa YaaddooGabaasa sodaachisaa malaammaltummaa bal’aan  Yunivarsii...
22/07/2024

: Adeemsa Malaammaltummaan Barnoota Olaanoo Itiyoophiyaa Yaaddoo

Gabaasa sodaachisaa malaammaltummaa bal’aan Yunivarsiitii Wachamo keessatti mul’achaa jiru kanan ilaalu yaaddoo guddaadhaani. Yuunivarsiitiin Wachamo akka dhaabbata barnoota olaanootti sammuu hoggantoota egeree saba fi sablamii keenyaa bocuu itti gaafatamummaa murteessaa ta’e itti kennameera.
Haa ta’u malee, dhiheenya kana gochoonni malaammaaltummaa naamusa hin qabnee fi bulchiinsa gaariin qabeenya mul’achuun isaanii imaanaa kanaaf gantummaa guddaadha.

Pireezidaantii Yuunivarsiitii fi Itti-aanaan isaanii to’annoo jala oolani jiraan

Pireezidaantii Yuunivarsiitii Wachaamoo dabalatee hoji gaggeessitoota yuunivarsiitichaa “yakka malaammaltummaa fi saamicha qabeenyaan” Rawataniin to’annoo s'eeraa jala ooluu gabaafameera.
፡ የኢትዮጵያ ከፍተኛ ትምህርት የሙስና ሂደት አሳሳቢነት

በዋቻሞ ዩንቨርስቲ ውስጥ የተንሰራፋውን የሙስና ዘገባ አሳሳቢ ደረጃ ላይ ማየቴ በጣም ያሳስበኛል። የዋቻሞ ዩኒቨርሲቲ የከፍተኛ ትምህርት ተቋም እንደመሆኑ መጠን የሀገራችን ብሔረሰቦችና ብሔረሰቦች የወደፊት መሪዎችን አእምሮ የመቅረጽ ወሳኝ ኃላፊነት ተሰጥቶታል።
ሆኖም ከቅርብ ጊዜ ወዲህ እየታዩ ያሉት ሥነ ምግባር የጎደላቸው ብልሹ አሰራሮች እና የሀብት አያያዝ ጉድለት ለዚህ አደራ ትልቅ ክህደት ነው።

የዋቻሞ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት እና ምክትላቸው በቁጥጥር ስር ዋሉ።

የዋቻሞ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንትን ጨምሮ የዩኒቨርሲቲው ስራ አስፈፃሚዎች “በሙስና ወንጀል እና ንብረት ዘረፋ” በቁጥጥር ስር ዋሉ።
Seyfadin
Seyfadin Aliyi Tokkicho
Mirgaa fi bilisummaa

Pireezidaantiin Yuuniivarsiitii Waachamoo to'annoo seeraa jala oolan.  Kan isaan to'annoo seeraa jala oolaniif, yakka ma...
22/07/2024

Pireezidaantiin Yuuniivarsiitii Waachamoo to'annoo seeraa jala oolan. Kan isaan to'annoo seeraa jala oolaniif, yakka malaammaltummaafi saamicha qabeenyaatiin akka ta'e ibsameera.

Mirgaa fi bilisummaa

           ゚
21/07/2024

       ゚
21/07/2024


Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mirgaa fi bilisummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share