Oborra Global News Network

Oborra Global News Network Media is one the important human communication throughout daily life in the world. Our Media committ

07/08/2022

Humnoonni mootummaan Waraana Bilisummaa Oromoo fakkeessee bobbaase uummata saamaa, ajjeesaa fi hiraarsaa jiraachuun himame.

Jiraattonni aanaalee godinaalee Shawaa Lixaa, Shawaa Kibba Lixaa fi Shawaa Kaabaa OMNf yaada kennaniin nuti miseensota WBO ni beekna jedhan.

Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo naamusa gaarii akka qaban ni beekna kan jedhan jiraattonni, qorra, roobaa fi beela dandamatanii saba bilisa baasuuf qabsaa'aa jiruu jedhan.

Miseensonni WBO uummataa naamusa barsiisu, guyyaa guyyaan oolmaa isaanii ni beekna kan jedhan jiraattonni, Waraanni Bilisummaa Oromoo naamusa jabaa qabuun uummata waliin waliigaluun mootummaatti mataa bowwoo akka ta'e himaniiru.

Mootummaan WBO uummata irraa gargar baasuu dadhabnaan toftaa biraan akka dhufe dubbataniiru.

Kanaanis bakkeewwan garaagaraatti humnoota isaa Waraana Bilisummaa Oromoo fakkeessee bobbaasee uummata gidirsaa, saamsisaa fi ajjeesaa jiraachuu dubbataniiru.

Aanaalee Amboo, Gindabarat, Waliso, Ammayya, Wancii, Gooroo, Abunaa Gindabarat, Meettaa Roobii, Warra Jaarsoo, Kuyyuu, Darraa, Dirree Incinnii fi kanneen birootti humnoonni mootummaan WBO fakkeessee bobbaase saamicha, ajjeechaa fi gidiraawwan garaagaraa uummata irratti raawwataa jiraachuu jiraattotatu himate.

Gochaan kun uummanni WBO akka jibbu gochuuf kan wixiname akka ta'e immoo qondaala nageenyaa mootummaa tokkotu OMNtti hime.

Qondaalli nageenyaa olaanaan mootummaa maqaan isaanii akka hin dhahamne barbaadan kun akka jedhanitti, qorannoo mootummaan taasiseen WBO fi uummata gargar baasuun hin danda'amne yaada jedhurra gahame.

Toftaaleen WBO fi uummata humnaan gargar baasuuf itti deemame milkaa'uu dhabuu isaatiin WBO fakkaatanii uummata hiraarsuun uummata WBO jibbisiisuu tarsimoon jedhu dursummaan fudhatamee jedhan qondaalli kun.

Mootummaannis tarsimoo kana hojii irra oolchuuf humnoota isaa kumaatamaan WBO fakkeessee guutuu Oromiyaatti bobbaasuu qondaalli nageenyaa olaanaan kun dubbatu.

Warri godinaalee giddugala Oromiyaatti uummata hiraarsaa fi saamaa jiranis warruma mootummaan bobbaase kanaa jedhan.

Miseensi paarlaamaa fi kan biltsiginnaa obbo Hangaasaa Ibraahim tibba darbe mootummaan humnoota isaa WBO fakkeessee akka bobbaasee fi dararaan uummata irra gahus warra kanaan kan raawwatamu ta'uu dubbatanii turan.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/14279/

10/07/2022

Biyyaa Siriilankaati motummaan lammille biyyatti jireenya qallessu irraa egaale cunqursaa baay'ee gaggessa turera. Ummatni biyyaatis yeroo dheera hiriraa mormii gaggessani dhumaa irraati masara motummaa qabaachudhaan motummaa biyyatti to'annaa isaani jala olchaaniru.
Kan biyyaa keenyaa kun hoo?
Ummatni hanga yoomitti obsaa?

14/02/2022

Sanbata darbe waraanni mootummaa Shawaa Lixaa, Aanaa Jalduu, magaalaa Shukuteetti daa’imman kichuu lama Ajjeese.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://tinyurl.com/2p8awrfr

Abbaan Gada Oromoo humnoota motummaa bilxiginnaatin ajjeffame.Abbaa Gadaa dabalatee namootni 14 reefki isaani yoo muldha...
03/12/2021

Abbaan Gada Oromoo humnoota motummaa bilxiginnaatin ajjeffame.
Abbaa Gadaa dabalatee namootni 14 reefki isaani yoo muldhatu namootni 50 immoo achii buten isaani dhaabame jiraa.

Oromo people join to    movementWelcome
01/12/2021

Oromo people join to movement
Welcome

01/12/2021
Oromo liberation army is marching towards Finfinne, capital where the regime has office.
01/11/2021

Oromo liberation army is marching towards Finfinne, capital where the regime has office.

Irrechaa thanksgiving day at Finfinne!! Oromoo backed to the stage
03/10/2021

Irrechaa thanksgiving day at Finfinne!!
Oromoo backed to the stage

27/09/2021

OLA during inauguration ceremony of new special defence force.

Mooran qabsoo bilisummaa Oromoo guyyaa hardha humna ittisaa Oromoo fi Oromiyaa 10K kan lakka'aman ebbisisuu isaa madden ...
26/09/2021

Mooran qabsoo bilisummaa Oromoo guyyaa hardha humna ittisaa Oromoo fi Oromiyaa 10K kan lakka'aman ebbisisuu isaa madden keenyaa gabaasani jiruu

28/06/2021
10/06/2021
20/04/2021

Dhaabatni qorannoo hawaa kan Amerikaa NASA helikoptari isaa pilaneti Marsii irraa balalisuu isaa ibsee jiraa.
Al jazeera tu gaabase!

Guyyaa ha'aa kana waaree booda siidaa ykn bilbordin Jawar Mohammed ebbifame jiraa. Kunis yaadanno goota kanaf fi qabsoo ...
19/04/2021

Guyyaa ha'aa kana waaree booda siidaa ykn bilbordin Jawar Mohammed ebbifame jiraa. Kunis yaadanno goota kanaf fi qabsoo Oromoo tiif gummachaa olaanaa qaba jedhame.
Dawatoota fi hordoftoota keenyaa turtii yeroo dheeraa booda gidduu keessaati deebine jirra.

Nama kaayyoo!!
04/04/2021

Nama kaayyoo!!

29/03/2021

Delicate political agreements and relationships across ethnic lines in Ethiopia are in danger of unraveling, activists and experts say, prompting fears of a ...

12/03/2021

***Joo Baayidan Peresedantiin Ameerikaa dhimma Itoophiyaa irratti yaada laate.***

Keelloo: Bitootessa 12,2021

Joo Baayidan Pirezidaantiin Ameerikaa haala Itoophiyaa addatti dhimma naannoon Tigiraay keessaa irratti baay'ee yaaddaa qabaachuu isaa Sekreetariin waajjira Waayit Haahus (White house) Jeen Psaakiin eerte.

Ibsi kun Kamisa kaleessaa Gaazixeessitootaaf qondaalli waajjirichaa kennuu isaati miidiyaaleen kan gabaasan.

Ibsa kaleessaa kana keessatti Peresedaantiin Ameerikaa dhimma rakkoo Itoophiyaa keessaa xiyyeeffannaan qabatee akka jiruuf jeeqama siyaaasa Itoophiyaa keessaa akkaan isa yaaddessee akka jiru himame.

Itoophiyaa keessatti yakka waraanaa lubbuu namoota nagaa irratti raawwataa jiruu, gochaa waraanni itti jiru kan hubatanii jiran yoo ta'u nagaa waaraan akka bu'uuf fedhii qabaachuu isaaniiti kan gaazixeessitootaaf kaleessa himame.

Peresedaanti Joo Baayidan qaamoleen deggarsa kennan gufuu tokko malee naannoo Tigiraay keessa socho'anii uummata akka tajaajilan akka taasifamus gaafateera jedhame.

Roobii darbe Ministirri Haajaa Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinken dhimma Itoophiyaa ilaalchisuun ibsa kennuun isaa nii yaadatama. Aantoonii Bliinken gochaa waraanni Raayyaa Ittisa biyyaa fi Eertiraa uummata naannoo Tigiraay irratti raawwataa jiru akka malee isa yaaddessuu himan.

Dhaabbileen gurguddoon Idil Addunyaa dhiibbaa Itoophiyaa irratti taasisaa jiran bu'uura gpdhachuun MM Itoophiyaa Abiyyi Ahemad Afrikaan akka cina dhaabbatan gaafate.

22/02/2021

Statement by Macha Tulama-USA Board of Directors on the Alarming Situation of Oromo Political Prisoners Who Are on a Hunger Strike

Macha Tulama Board of Directors is extremely alarmed by the worsening health conditions of Oromo Political Prisoners who have been on a hunger strike since January 27, 2021.

Jawar Mohammed, Bekele Gerba, and many others are marking their 22nd day without food. Bekele Gerba (60 years old man) has heart condition and suffers from high blood pressure. Jawar Mohammed has kidney problem, whose potassium level has dropped to 2.

A cardiologist who learned about this matter is so alarmed that he stated Jawar could die any time. We pray for their safety and all other prisoners. We request all people of goodwill to amplify the voices of these political prisoners.

Putting large parts of Oromia under a Command Post, a de-facto military rule with far reaching mandates including unauthorized search, arrest, jail, and extra judicial killings have put the country on a very dangerous course. Ongoing wars in Oromia and Tigray, and massive displacements in Metekel and other areas, have robbed the people of any hope for peace and democracy. The mass arrest of Oromo political leaders, closing of the offices of the Oromo Liberation Front and Oromo Federalist Congress, banning of Oromo media such as OMN, are causing immense disappointment among the populous. It is in the backdrop of these serious and massive government abuses that the Oromo political leaders commenced a hunger strike in Qaliti prison demanding:

Release of all prisoners of conscience,
Reopening opposition party offices that were closed by the government,
Remove sanctions on opposition parties and their members to allow their participation in the upcoming elections,
End mistreatment of family members visiting the political detainees.
The government has given deaf ears to these legitimate demands. It also refused to abide by multiple court orders to allow the prisoners access to necessary medical treatment by physicians and medical professionals of their choice.

The MTA Board is extremely worried about the conditions of all Oromo political prisoners who are unjustly incarcerated in Ethiopian jails, many of them with no access to doctors. We are further worried that the maltreatment of Oromo political leaders in prison could put their lives at risk, a scenario that may lead the country into an even deeper chaos including bloodshed. We ask all governments, NGOs, and the international community to demand that the Ethiopian government abide by international rules and norms and facilitate the release of all political prisoners without any precondition.

MTA-USA Board of Directors Inc.

February 18, 2021

22/02/2021

እስከ ምርጫ ሚያስጠብቅ ምንም ነገር የለም የኢዜማ የብልፅግና የአብን አባላቶችን በመላው ኦሮምያ መጥረግ ዘመቻ መጀመር አለበት።
Via Daniel Dhaba

19/02/2021
15/02/2021

Oduu

Godina wallagga bahaa Ukkee fi naannolee Angar Guutee dabalatee humna addaa naannoo Amaaraa mootummaan naannicha qubachiisee lola uummata oromoo naannichaa irratti banuudhaan jiraattonni qabeenyaaf qe'ee isaanii dhiisanii gara magaala Naqamteetti godaanaa jiru. Haleellaa humni addaa kun banteen lubbuun poolisoota humna addaa oromiyaa 4 olis darbuu fi poolisoonni humna addaa haleellaa kana dandamachuu dadhabuun baqataa akka jiran irra gahameera. Kanumaan wal qabatee qubattoonni sanyii Amaaraa ta'an kan godina kana keessa jiraatan humna hidhate daheeffachuun meeshaalee sagalee hin qabneen uummata miidhaa jiraachuu fi qabeenya uummatichaa saamaa jiraachuunis ifoomeera.
Daniel Dhabaatu Gabaase.

15/02/2021

***Lolli naannoo Tigiraay keessaa bubbee oduu akkaan gurraaf hintolle hedduu horachuu itti fufe***

Keelloo: Gurraandhala 15,2021

Akaakayyuu ishee waliin quunnamtii saalaa akka raawwattu waraanaan dirqisiifamuu, gocha akkaan qaanfachiisaa ta'e kana mormuu keessatti harka ishee dhabuu BBC'n gabaasa qindeesseen ibse

Taateen kun lola naannoo Tigiraay Raayyaa Ittisa Biyyaa fi TPLF gidduutti adeemaan uumamuu danda'e. Shamarreen BBC'n dubbiseera jedhee baase kun "Wayita loltuun dirqiin na gudeeduuf yaaluttin harkakoo dhabe" jettee jirti.

Gabaadichi akkas jedha "Shamarreen Itoophiyaa umurii mana barumsaa keessa jirtu tokko wayita loltuu dirqamaan ishee gudeeduuf yaaleefi takka ammoo akaakayyuushee waliin saal-qunnamtii raawwattuuf dirqisiise tokko ofirraa ittisuuf jecha harkashee itti dhabde"

"Shamarreen umuriinshee waggaa 18 taate, kan nuti maqaashee dhahuu hin barbaadne kun, miidhaa isheerra gaherraa fayyuudhaaf hospitaala kaaba Tigiraay keessa ji'oota lamaa ol turteetti." Jedha BBC'n gabaasa isaan

Goota!!!
13/02/2021

Goota!!!

10/02/2021

Oduu Ammaa nuu ga'ee
Gurandhala 10/2021 toora galgala akka biyyati naannoo saatii 2:30 booda Haakimoonni Jawaarfaa halkan kana waamamanii hattamaan gara Qaallittii deemaniiru. Maddi keenyaa gamasii oddeffannee akka ibsuuti maal akka uumame jiruu hin beekamne jedhaniru. Haakimootni kunnen har’a waaree booda akka hin seene dhoorgamanii deebi’uun isaanii ni yaadatama. Amma maal uumamee akka waamaman hin beekamne. Ummani Oromoo waan deema jiruu damaqiinsan akka hordoofuu fi hayyoota qaroo isaa akka eggatu waamicha daabarsina!!

Rakkoo siyaasa biyyaati mudate akkuma itti fufeti jiraa.Ergaa jijjirama jedhame bara 2018 hayyootni Oromoo biyyati galun...
24/01/2021

Rakkoo siyaasa biyyaati mudate akkuma itti fufeti jiraa.
Ergaa jijjirama jedhame bara 2018 hayyootni Oromoo biyyati galun isaa ni beekama. Haala qabamtaan jijjiramichii lafa irraati muldhate bada dhufun ergaa MM biyyati Abiy Ahmad duula qindawaa Umaata Oromoo irraati baane egaalame. Kunis akka aangoo qabateen ji'aa 6 booda ture. Ji'aa laman duraa waranni Umaata Oromoo irraati baaname ture kun garaa naannoo Tigray balbaldhachuun isaa ni yaadatama. Dhibbaa humnoota leelistoota sirna nafxaanya kan adeemu motummaan Abiy Ahmad warana Tigray irraati laabse osoo hin xumuramiin garee degartoota isaa Amhara biraa rakkoon isaa mudaatutu ibsaama. Guyyooti murasaan dubaati oduun Abiy Ahmad rukkutamu yaala irraa jiraachuu fi ajjefameera kan jedhus miidiyaa hawasaa dhunfaate ture. Jarrooleen kunis fuula miidiyaa hawasaa irraati yeroon amma jechaa jiruu. Motummaa qabaachuu isaani gar tokkeen Ibsaa jiruu.
Waggooti laman darbaanif Humna nafxaanya kanaaf meeshaa taa'e hojjachuun isaa ni yaadatama.

Prof Mahdi Hamid Mude boqachuun isaani dhaga'ame. Prof Mahdi nama gaazexaa Afaan Oromoo jalqabaa hundessanidha. Gaazexaa...
23/01/2021

Prof Mahdi Hamid Mude boqachuun isaani dhaga'ame. Prof Mahdi nama gaazexaa Afaan Oromoo jalqabaa hundessanidha. Gaazexaa barisaa jedhamun hundeessuun miidhaa Umaata Oromoo irraa qaqaba ture ibsuu danda'aaniruu. Dabatanis dictionary English_
Afaan Oromoo qophessuun Afaan Oromoo guddinaa isaaf gumaachaniruu.
Qabsoo Oromoo keessaati nama iddoo gudda qabu turan. Lubbuu isaanif Rabbiin Jannata haa kennuuf jechaa, Maatii isaa fi Umaata Oromoof immo jajjabinaa kadhanna.

Ministeeri hajaa ala biyya   guddedan xoophiyaa naannoo Tigray keessatti rawwatama baayee yaadessa taa'u ibsee jiraa. Mi...
22/01/2021

Ministeeri hajaa ala biyya guddedan xoophiyaa naannoo Tigray keessatti rawwatama baayee yaadessa taa'u ibsee jiraa. Ministeerichis itti dabsluudhan yakka hojjatama jiruu kana dhaabudha fi qaamota yakka kana rawwatan itti gaafatama gochuuf duula US fi UN gaggefamutti akka dabalamaan ibsaaniru.
Abiy Ahmad warana bara 2018 Oromoo fi Oromiyaa irraati baane ergaa ji'aa laman darbaniif Tigray keessatti lola harawaa baanun isaa kan yaadatamudha.

Gorsaa fayyaa Pres Amerikaa harawaan Dr Fauci akka jedhani Ameerikaan dhaabata fayyaa Adunyaati World Health Organizatio...
22/01/2021

Gorsaa fayyaa Pres Amerikaa harawaan Dr Fauci akka jedhani Ameerikaan dhaabata fayyaa Adunyaati World Health Organization World Health Organization (WHO)World Health Organization (WHO)World Health Organization (WHO) dabalamtee gargarsaa kitaabati dhukkuba korona vaayirasii biyyooti hiyyeeyyiif taasisame degarsaa kenniti jedhan.

17/01/2021

Address

Oromoo
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oborra Global News Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Nearby media companies


Other Media/News Companies in Addis Ababa

Show All

You may also like