Daily Media

Daily Media Home of balanced and Timely News and Programs!

01/01/2025

Oduu Aagaa

Fiilmii Baraaf Barsii
Fiilmii Afaan Oromoo yeroo jalqabaaf mana agarsiisa fiilmii beekamaa sinimaatti sanbat duraa (25/04/2017)sa'a 5-7tti agarsiifamuu eegala.

Seenaa biyyatti keessatti quba qabaadhaa, Fiilmiin mana agarsiisa fiilmii sinimaa biyyattiitti hanga ammaa agarsiifame hin jiru. Kun isa jalqabaati.

Kanaaf, miira xiiqiin fiilmii ajaa'ibaa 'Baraaf Barsi ' jedhamu kana deemnee haa daawwannu.
.
Afaan keenya haa guddisnuun dhaamsa keenya. Galatoomaa!

16/12/2024

Numaan Dhaabbata gargaarsaa Aadde Aanne Ajjamaa hundaa'edha. Hundeeffamni dhaabbata kanaa biyya Amarica yoo ta'u biyya Oromiyaa keessatti maatii harka qalleeyyii hedduu gargaaruun beekama . Aanne Ajjamaa guddaa si galateeffanna!

Jirtuu!!
22/11/2024

Jirtuu!!

12/04/2024

Magaala Finfinnee gidduutti dukaasa baname

ለፊንፍኔ ፖሊስ...ዛሬ መሀል ከተማ ውስጥ ሲታኮስ የነበረው እና የጎንደር ፋኖ መሪ ናሁሰናይ አንድአርጌ እና ግብረአበሮቻቸው እንዲሁም መሀል ከተማ ውስጥ የሽብር መጠንሰሻ ምሽጋቸው የሆነችው ...
12/04/2024

ለፊንፍኔ ፖሊስ...
ዛሬ መሀል ከተማ ውስጥ ሲታኮስ የነበረው እና የጎንደር ፋኖ መሪ ናሁሰናይ አንድአርጌ እና ግብረአበሮቻቸው እንዲሁም መሀል ከተማ ውስጥ የሽብር መጠንሰሻ ምሽጋቸው የሆነችው እና በፊንፍኔ ከተማ ውስጥ ያለችው የናሁሰናይ አንድአርጌ ፍቅረኛ አርቲስት አዲስአለም ጌታነህ በፍጥነት ተጠያቂ ልትሆን ይገባል።

በዚህች ሳምንት አብረው እንደነበሩ የሚያሳይ ጭምር ማስረጃ ለመስጠት ዝግጁ ነን።

Gumaa Saqqataa Gem

02/03/2024
Akko manooyyee!
26/02/2024

Akko manooyyee!

Dilbata Gaarii!!
25/02/2024

Dilbata Gaarii!!

19/02/2024

Raajii eenyuu siin jennu!!

Adwa 00
11/02/2024

Adwa 00

Warra qarshii Facaasu!!!ባለ ጊዜAbbaa seeraaAartistiFaarfataaAbbaa qabeenyaa  Desu Ambo.  Nama kana waamuu yoo barbaaddan k...
08/02/2024

Warra qarshii Facaasu!!!

ባለ ጊዜ
Abbaa seeraa
Aartisti
Faarfataa
Abbaa qabeenyaa Desu Ambo.
Nama kana waamuu yoo barbaaddan kana hunda erga jettanii booda maqaasaa bira geessu.
In sirbas ni farfatas, 4 kilo yoo deemus tasaallamee darba. Eenyuuf jennaan Abbichuuf jedhe.
Qarshii Facaasuun beekamas.
Arjaa kan jedhanis jiru.
Himmmm jenneema dhiisne!!
Sambat duraa eegaa nuun jedha gingilchaan mee walumaan ilaalaalla!!

Qubeen Afaan Oromoo afaanota addunyaa hedduu caalaa waan afaaniin dubbatan  ,  ,   fi   barreessuuf haalaan mijataadha. ...
02/02/2024

Qubeen Afaan Oromoo afaanota addunyaa hedduu caalaa waan afaaniin dubbatan , , fi barreessuuf haalaan mijataadha. Qubee Afaan Oromoon waanuma dubbattu barreessita. Waanuma barraa'e dubbistas. Waan biraa dubbattee waan biraa barreessuun afaanota biroo biratti hafe. Fkf, Afaan Ingiliziin waa biraa katabdee waa biraa dubbista ( , ). Afaan warra Jarmaniinis akkasuma ( , ). Afaanota hedduu birattis akkasuma. Waan dubbatan barreessuu fi waan barreessan dubbisuun (dubbachuun) waan Qubee Afaan Oromoo filatamaa taasisu keessaa tokko. Kun qorannoon sadarkaa idil addunyaattti kan mirkanaa'ee bule.
Namni qalbiin Qubee barate yeroo gabaabaa keessatti dubbisuu fi barreessuu danda'a. Seera qubeessuu eegee jechuudha. Namoota hedduu har'a Qubeen kitaabilee barreessan dabalatee baayyoliin kanneen Qubee ofiiin of barsiisan akka ta'an meeqan keessantuu quba qaba? Keessattuu buleeyyiin. Kanneen Qubee ABCDn afaan saaqqatanii hanga sadarkaa PhDtti irratti qorannoo geggeessaniin alatti jechuu dha. Oromoon saddeettan afran darban qofa keessatti guddina Qubee fi Afaan Oromoo afaan barnootaa, qorannoo fi teknologii tolchuuf hojii guddaa hojjete. Bu'uura gadfagoo akka laayyoottu socho'uu fi raafamuu hin dandeenyerras dhaabee jira. Kana diiganii kabiroo ijaaruun abjuudha. kun maalumti isaayyuu na liqimfamuu dide. Inumaayyuu Qubee warra Kooriyaa "Hangul" jedhamuun beekamu na yaadachiise. 'eera.

አቡነ ጴጥሮስ ከሀገር ኮበለሉበኢትዮጵያ ኦርቶድክስ ተዋህዶ ኃይማኖት ውስጥ የቅባት ኦርቶዶክስ አስተምህሮን ሲያስፋፉ የነበሩት እና በተለያዩ ጊዜ በርካታ የግጭት ቀስቃሽ እንዲሁም ሌሎች ብሔር ...
11/01/2024

አቡነ ጴጥሮስ ከሀገር ኮበለሉ

በኢትዮጵያ ኦርቶድክስ ተዋህዶ ኃይማኖት ውስጥ የቅባት ኦርቶዶክስ አስተምህሮን ሲያስፋፉ የነበሩት እና በተለያዩ ጊዜ በርካታ የግጭት ቀስቃሽ እንዲሁም ሌሎች ብሔር ብሔረሰቦችን በማጥላላት የሚታወቁት አቡነ ጴጥሮስ በዛሬው እለት ከሀገር መኮብለላቸው ታውቋል። አቡነ ጴጥሮስ በዛሬው እለት ካለ ኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተክርስትያን እውቀና ውጨዒ ሀሰተኛ የጉዞ ሰነዶችን በማዘጋጀት አምልጠው ኮብልለዋል። አቡነ ጴጥሮስ የአሜሪካ ዜግነት ያላቸው ሲሆን ይህንን እንደ ሽፋን በመጠቀም በተለያዩ ጊዜ አመፅ ቀስቃሽ ንግግሮችን፣ ስብከቶችን እና እንቅስቃሴዎችን ሲያደርጉ ቆይተዋል። እስካሁን ሲያደርጉት የቆዩት እንቅስቃሴም የህግ ተጠያቂነት የሚያስከትል መሆኑን የተረዱት ጳጳሱ ከሀገር ኮብልለዋል። ከዚህም ባለፈ የተለያዩ የህግ ባለሙያተኞች ተደራጅተው አቡነ ጴጥሮስ እና ጓዶቻቸውን ለመክሰስ ዝግጅት ላይ መሆናቸው ለአቡነ ጴጥሮስ መረጃ የደረሳቸው መሆኑም ለአቡኑ መኮብለል ሌላኛው ምክንያት መሆኑ ተጠቅሷል።

የወደብ ባለቤት!!
04/01/2024

የወደብ ባለቤት!!

04/01/2024

Address

Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daily Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share