Hawinol

Hawinol Biyyi koo maal naaf goote qofa osoo hin taane biyya koof maalan godhe jechuu qabna!

02/01/2025
Congratulations ๐ŸŽ‰ Ethiopia ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
02/12/2024

Congratulations ๐ŸŽ‰ Ethiopia ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

Old photoEenyudha Jettanii yaadu
26/11/2024

Old photo
Eenyudha Jettanii yaadu


๐Ÿ‘ง๐Ÿ‘ฆ
08/10/2024

๐Ÿ‘ง๐Ÿ‘ฆ



Irreecha 2024         Choman DigitalOBN Afaan OromooFBC (Fana Broadcasting Corporate S.C.)Donkey Tube แ‹ตแŠ•แ‰… แˆแŒ†แ‰ฝ
05/10/2024

Irreecha 2024









Choman Digital
OBN Afaan Oromoo
FBC (Fana Broadcasting Corporate S.C.)
Donkey Tube แ‹ตแŠ•แ‰… แˆแŒ†แ‰ฝ

๐Ÿ™Namni akkaan wal jaalatuus wal dhabuu mala, namni xiqqo xiqqo wal jaalachaa cinaan carraa biraa mokkoraa waliin deemuus...
03/10/2024

๐Ÿ™Namni akkaan wal jaalatuus wal dhabuu mala, namni xiqqo xiqqo wal jaalachaa cinaan carraa biraa mokkoraa waliin deemuus wal dhabuu mala, namni odoo walumaahuu hin jaalanne walitti fafakkeessuus wal dhabuu mala. Walumaa galattuu namni wal jaalatees tahee kan walitti fafakkeessaa waliin deemu tokko guyyaa tokko akka tasaa odoo lubbuun jiruus tahee du'aan wal dhabuu mala, wal dhiisuu mala.

๐Ÿ’”Namni dhugaa saniin wal jaalatee wal dhabe siidaa yaadannoo yoomuu onnee walii keessaa qabu, imimmaan dirmammuu hin qabne yoomuu keessa isaaniitti copha, nama odoo wal jaalatuu wal dhabee keessatti waliif boohu yoon argu aniis qalbiin koo qaaaa ja'ee bakka afuriifi afurii cinaafatti na capha๐Ÿ˜

Wal jaaladha, wal kunuunfadhaa waliin tarkaanfadhaa, imala jalaqabdan waliin xumuradhaa, wal ganuuf wal gatuu irraa fagaadhaan dhaamsa ganama kanaan hirriiba itti dhabnee isiniif maxxansineeti jabeeyfadhaa๐Ÿ˜‹

Mana murtii Kaanaadaa tokko keessatti manguddoon wahii nyaata hate jedhamee dhiheeffame. Abbaan murtichaa "hatteettaa?" ...
28/09/2024

Mana murtii Kaanaadaa tokko keessatti manguddoon wahii nyaata hate jedhamee dhiheeffame.
Abbaan murtichaa "hatteettaa?" jedhee gaafate. Manguddichis "ee hateera; beela'een waan nyaadhu dhabee hate" jedhe.

Ogga kana abbaan murtii "ati nyaata hatuu kee ofitti amanteetta. Kanaafuu amma adabbii doolaara kudhanin sitti murteessa; garuu waan ati hin qabneef anatu kaffala" jedhee doolaara kudhan baasee kaartoona keessa kaa'e. Namoonni hunduu ajaa'ibsiifatanii ilaalan.

Abbaa murtichaa achumaan ol ka'ee namoota hundaanuu "doolaara kudhan kudhan baasaa as kaa'aa; isin biyya namni beela'ee nyaata hatu keessa jirtu" jedhe. Achumaan doolaarri 500 walitti qabamee manguddichaaf kenname.

Bakka dandeessetti furmaata namummaa akkanaa kaa'i. Sababa dureessi karaan malee maallaqa walitti guure hiyyeessi hedduun beelaan miidhama. Osoo danda'anii callisanii beela'aa ilaaluun cubbuu guddaadha.

Sagalee Wareegamtoota Wangeelaa
The voice of the world Christians martyrs

Ilma keessan isaa lixa biiftuu irraa!.

wallega  Horroo  culture food  the name  is  Chomboo ๐Ÿ™๐Ÿ’“
27/09/2024

wallega Horroo culture food
the name is Chomboo ๐Ÿ™๐Ÿ’“

Namoota Addunyaa keenyaa Sadan (3n)1. Namoota seenaa hojjatan2. Namoota seenaa barreessan3. Namoota seenaa dubbisanNamoo...
13/09/2024

Namoota Addunyaa keenyaa Sadan (3n)
1. Namoota seenaa hojjatan

2. Namoota seenaa barreessan

3. Namoota seenaa dubbisan

Namoonni kun hundinuu walqabatanii hojii hojjatu.

- Hundumtinuus iddoo isaatti hojii isaaniif ta'u hojjatanii ijaa fi miila kan addunyaan kuni ittiin argituu fi ittiin adeemtu ta'u.

- Yoo seenaa dubbifte ejjennoo kee cimsatta.

- Yoo seenaa barreessite dhaloota waa dubbisanii hojjatan kakaafta.

- Yoo seenaa hojjatte fakkeenya dhalootaaf taata.

Akkaataa waa hubachuu fi xiinxaluutiin:

Namoonni Addunyaa keenya kanaa dandeettii waan tokko beekuutiin iddoo saditti qoodnee ilaalla.

1) Ni beeku. Waan hojjachuu danda'anis beeku.

Kaayyoo fi karoora qaban hundumaa cimsanii irratti namoota hojjatanii dha.

2) Ni beeku. Akka beekan garuu of irratti hin beekani.

Ofitti amanuu dadhabuu dhaan warra jiraatanii dha.

Namoonni tokko tokko wanta hojjachuu danda'anii fi hojjachuu hin dandeenye adda hin baafanne.

3) Hin beekani. Akka beekuu danda'anis hin beekani.

Waan tokko beekuu hin danda'u jettee calliftee yoo dhiifte utuu hin beekin hafta. Akka beekuu dandeessus hin beektu.

Namoonni waan hundumaa yaalii guyyaadhaa gara guyyaatti godhaniin beekumsa barbaachisu gonfachuu fi galma barbaadame bira gahuu ni danda'u.

Isin Isaan kamirraahi?

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hawinol posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hawinol:

Videos

Share