Asladiinmusa

Asladiinmusa www.facebook.com 0930549761

21/03/2022
14/02/2022

04/02/2022

1

03/02/2022

Sen

03/02/2022

Diramaa Ajaibaa kanah dhagefadha

03/02/2022

Sena baredu

02/02/2022

Sena bareda

Anaha
02/02/2022

Anaha

02/02/2022

1

30/01/2022

Send a message to learn more.

29/01/2022

08/01/2022
08/01/2022

Asladinfffgggghhhjkkklaafggjkklasgjklggjgskkkouwsjjgsjkkuamvc

08/01/2022

Asledin musa mume Saladin musa Asladin musa

08/01/2022

As

17/12/2021
13/12/2021

Vilaadmiir Putiin yeroo Sooviyeet Yuuniyen diigamte konkolaachisaa taaksii ta'ee hojjedheera jedhan
************
Bara 1991 konkolaachisaa taaksii ta'uun kan hojjetan Pirezidantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin, diigamuuniifi addaa adda bahuun Sooviyeet Yuuniyen, "kufaatii biyya seena-qabeetti Raashiyaati" jechuun ibsan.

Yaadni pirezidaant Putiin kun miseensa Sooviyet Yuuniyen duraanii kan turte Yukireen ilaalchisuun ejjennoofi fedhii qaban waan akeeku ta'uu mala jedhamaa jira.

Naannoo daangaa Yukireen loltoota kuma 90 ol kan qubsiiste Raashiyaan, Yuukireeniin weeraruuf jirti yaaddoon jedhu jira.

Raashiyaan himannaa kana kan waakkatte yoo ta'u, Yuukireeniin ammoo gama isheen dubbii na barbaadaa jirti jechuun himatti.

Putiin diigamuu Sooviyeet Yuuniyen akka wanta gadisiisaa ta'etti ilaaluun isaanii haqa ta'us, waa'ee dhimma dhuunfaa isaanii yaadni kennan ammoo waan haaraadha.

👉🏾👉🏾: https://bbc.in/3pSRqFd

Suuraan: GETTY IMAGES

13/12/2021
AS WR WB AKAM JIRTAN
13/12/2021

AS WR WB AKAM JIRTAN

22/09/2021
11/09/2021
22/06/2021
21/06/2021

0991454573

16/06/2021

Magaalaa Finfinnee dirree walmorkii ijoo filannoo - 2021
Paartileen siyaasaa filannoo Biyyaalessaa guyyaan muraasa hafe kana irratti dhimma Finfinnee akkanaan kaasan.

"Finfinneen giddugala siyaasaafi diinagdee mootummaa naannoo Oromiyaafi uummata Oromiyaati" jedhan sadarkaa ministiraatti Pirezidaantin Akaadamii Mallas Obbo Awwalu Abdii.

Gama biraatin nama siyaasaa buleessa kan ta'an Profeesar Birhaanu Naggaan kan hogganamu Paartiin Haqa Hawwaasummaa Lammilee Itoophiyaaf (IZEMA) ijjannoo "Finfinneen kan jiraattotasheeti" jedhu qaba.
Sosochiin maqaa 'Mana Maree Baaladaraa Finfinnee' jedhuun Obbo Iskindir Naggaatin bara 2019 eegalamefi boodas dhaaba siyaasaa ta'uun harkasaa siyaasa magaalaa Finfinnee keessatti kan cimsate Baaldaraas, dhaadannoo "magaala Finfinnee bulchiinsa of dandeesse ni goona" jedhun filannicharratti morkataa jira. Gabaasa guutuuf; 👉👉 https://bbc.in/3gxXj7v

15/06/2021
14/06/2021

Address

AWEDAY
Addis Ababa
6425

Telephone

+251908359403

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Asladiinmusa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category