Efa Entertainment

Efa Entertainment Iddoowwan Hawwata Turisti Oromiyaan qabdu beeksisuu, dhaadheessu fi Lellisuu irratti kan hojjatuudha

10/03/2024
16/01/2024

"የማንም ምናምንቴ ሁላ ከፈጣኑ የኢትዮጵያ ብልጽግና ጉዟችን ሊያስቆመን አይችልም።"
ዶ/ር ዐቢይ አህመድ

21/11/2023
21/11/2023
18/10/2023

Africa and Europe will remain each other's closest neighbours. Africa's 55 countries and the EU's 27

05/10/2023

Gabaasa Guutuu BBC News Afaan Oromoo

Dargaggeessi fooddaa konkolaataatiin utaalee mucaa lolaan nyaatamuuf ture oolche eenyu? Abdii Tufaa

Guyyaan isaa Fulbaana 15 bara 2016 ture. Godina Harargee, Hirnaatti bokkaan sa’aatii sadii oliif walitti fufee roobee ture lolaa cimaa uume.

Daa’imni waggaa 10 kan re’ee tiksaa ture tokkos, re’een jalaa deemnaan deebisuuf deemee yoo deebi’uuf jedhu muciichis lolaadhaan marfame.

Hawaasni naannoo sanaas iyyee iyyisiisee namni naannicha guute. Yeroo sanattis bokkaan hin caamne ture.

Bakkichi daandii guddaa Finfinnee irraa gara Harar deemurra waan ta’eef konkolaattonni mucaa kana argan hedduunis bakkichatti dhaabbatanii ture.

Lafti daa’imni sun irra dhaabbatee ture dhawaatuma ykn waluma jalaan hanguma bishaan dabalu dhuunfatamaa deeme. Hamma kanatti maatiis ta’ee dirmataan mucaa kana baraaruuf bishaanicha seenuuf murteesse hin turre.

Hammi namaa achi dhaabbatee iyyee caraana. Bishaan dabalaa deeme. Hunduu abdii kutatee yeroo mucaa kana lolaan kun fuudhee deemu ilaaluuf dhihaateera.

Yeroo kana ture dargaggoon konkolaataa otobisii Harar irraa gara Finfinnee dhufaa ture keessaa tokko waan raajii kan raaawwate.

Maqaan isaa Abdii Tufaa jedhama. Salaale, aanaa Hidhabuu Abooteetti dhalatee guddate.

Abdiin Magaala Hararitti hojii dhuunfaa hojjetaa kan jiraatuu fi Ayyaana Masqalaa maatiisaa waliin kabajuuf gara Salaaleetti imalaa ture.

Ta’ii guyyaa sanaa akkas jechuun BBC’tti hime.

Abdii Tufaa wallaansa irra ta'e
“Otobisiidhaan deemaan ture. Hirnaa yeroo geenyun dammaqe malee rafaan tureeyyu. Yeroon oljedhu daa’imni galaanaan marfamtee uummanni gama dhaabbatee iyyaa jira.”

“Yeroon fooddaa irraa gadi ilaalu iji kiyyaa fi kan daa’ima sanaa walirra bu’e. Daa’imni kun nyaatamuufiidha. Namni baraaruuf seenu hin jiru. Yeroosan ofittan murteesse,” jedha.

Abdiin taatee kana yeroo arge konkolaachisaadhaan ‘naaf dhaabi’ jedhee karaa balbalaa bahuuf yeroo hin arganne.

“Karaan cuccufamaa waan tureef konkolaataan suuta deema. Battalan fooddaa konkolaataa na cinaaa jiru baneen utaalee bu’e. Fiigeen galaanicha seene,” jedha.

Mucaa xiqqaa lolaadhaan nyaatamuuf jirtu kana arginaan miraa isaa too’achuu akka dadhabe kana himu Abdiin, bilbilasaa, waraqaa eenyummaas ta’e maallaqa kiishaa qabu baasuus hin yaanne.

Akkuma jiruun seenee daa’ima kana bira gahe. “Anaa daa’ima kana bira gahu lolaan baayyee dabale. Nu lachuu oofee nuun deeme. Mucaa akka bishaan hin dhugne harka tokkoon mataasaa olqabaan gara maddiitti bahuuf yaale,” jedha.

Lolaan kun isaa fi daa’imicha hangaa meetira 100 akka oofee fi daa’imicha miidhaa tokko malee qarqaratti akka baasees hima.

Lolaan kun daran guddaa waan tureef dhagaa fi jirma adda addaa walitti haree deemaa ture. Erga mucaa baasee booda ofiif yoo bahuuf jedhu lolaan kun Abdii dhagaa fi jirmatti buuse.

Kanaanis Abdiin miidhaa qaamaa cimaadhaaf saaxilame. Luka isaa jilbaa gaditti cabe. Lafee dugdaafi mudhii irras miidhaan akka gahe hima Abdiin.

“Luktikoo jilbaa gaditti cabeera. Mudhiikoo fi dugdakoo kanarras lafeenkoo miidhameera. Amma yaalamaan jira. Miillikoo amma fayyaa jira. Kan mudhiikoo garuu miidhaa cimaadha,” jedha.

Abdiin lubbuu daa’ima kana baraaruuf ofirratti murteessee gocha raawwaateen miidhaa qaamaa cimaaf saaxilamus waan raawwateetti garuu hedduu akka gammadu dubbata.

“Wanni guddaan mucaa kana oolchuukooti. Silaa mucaan kun nyaatamaayu. Ani osoon du’eeyyuu mucichi erga oolee homaa miti. Miidhamus gocha kiyyatti gammachuun qaba,” jedha.

Dargaggeessi lubbuu daa’ima lolaadhaan nyaatamurraa oolche kun yeroo ammaa mana maatii mucichaa ciisee yaalamaa jira.

Obbo Naasir Ibrooshee maatii mucaa lolaarraa oolfamee yoo ta’an yeroo ammaa Abdii mana isaaniitti kunuunsaa fi yaalchisaa jiru.

Isaanis Abdiin “Waaqatu Maaleekaa nuuf erge,” jedhanii ibsu. Gootummaa dargageessa kanaatiin lubbuun mucaa isaanii ooluun hedduu akka isaan gammachiise himan.

“Namni akkanaatuu bara kana hin jiru. Namni naannoo osoo achi dhaabbatanii iyyanii inni ofitti murteessee daa’ima kana nuuf oolche. Abdiin nuuf akka maleekaa rabbiin daa’ima keenya oolchuuf ergeetti laalla,” jedhan.

Yeroo ammaa kanas hospitaalatti deddeebisanii yaala akka argatuu fi manattis kunuunsa gochaafii jiraachuu isaanii himan.

Dargaggeessi Salaalee kun erga gocha gootummaa kana raawwatee hawaasa naannichaatii fi miidiyaa hawaasummaa irratti hedduu leellifame.

Ta’ulleen miidhamni Abdiirra gahe haalaan cimaa ta’uurraa kan ka'e yeroo ammaa namoota afuriin deeggaramee bakkaa bakkatti socho’a.

Obbo Naasiris Abdiin hanga guutumaatti fayyutti kunuunsa gaarii akka godhanii fi gaafa Fayyes gaggeessaa gootaa goonaaf jedhan.

“Abdiin goota goota caalu. Silaa mucaa keenya qaata sabbarre ture. Nuti amma abdii akka mucaa keenya hangafaatti ilaalaa jirra,” jedhan.

Gocha gootummaa dargagggoon kun raaawwateefi miidhaa irra gaherraa akka dandamatuuf namoonni biyya keessaafi alaa deegarsa gochaafii jiraachuus himan Obbo Naasir.

Abdiin miidhama irra gaherraa yeroo fayyetti imala lubbuu daa’ima kanaa oolchuuf irraa hafe gara maatii isaa gaafachuu deemuuf yaada qabaachuu BBC’tti hime.

Hirnoye Lelise Dhugaa Hararghe pictures Dereje Gerefa Tullu Demeke Negassa Kube FBC (Fana Broadcasting Corporate S.C.) VOA Afaan Oromoo VOA Amharic DW Amharic Ethiopian Press Agency /የኢትዮጵያ ፕሬስ ድርጅት/ Ethiopian Press Agency /Bariisaa Ethiopian News Agency Ethiopian Broadcasting Corporation WMCC Wiirtuu Media Waliif TV OBN Afaan Oromoo Odaa Nation Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association - OLLAA Odaa Network Oromo Community of MN Oromia Media Network Oromia President Office Birhanu M Lenjiso Taye Dendea Aredo Bona Tadesse

21/01/2023

Expogroup is a full service exhibition organiser with over 26 years experience in International trade exhibitions. Our current portfolio includes 27 annual exhibitions from a diverse range of industries being held across the Middle East & Africa.

24/11/2022
21/10/2022

Jara Group Limited and Biftu Baha PLC's Puntland branch manager, Mr. Behar Ahmed, presented the Consul General's office with a donation of 10,000.00 (ten thousand) US dollars in support of those who had been harmed by the TPLF's third wave of invasion. A certificate of recognition was also presented by the Consul General, who thanked the group for its assistance.

12/10/2022

: "Seektarri Turizimii seektara dagatamaa ture. Biyyi keenya hambaaleefi seenaa boonsaa waggoota kumaatamaan lakkoofsisan osoo qabdu, akkaatan Turizimii itti qabaa turre hanqina guddaa qaba ture. Kana hubachuun, Kallattii Muummeen Ministeera Itoophiyaa Abiy Ahmed (PhD) kaa’aniin Mootummaan Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo itti kennee jira. Hojiilen waggoota lamaan darban Turizimii irratti keessumaa Komishinii Turizimii Oromiyaatin, Oromiyaan biyya keenya Itoophiyaa bu’uurarraa jijjiiruf carraafi humna olaanaa akka qabdu mul’dhisa. Carraa kana qixaan fayyadamuun ni barbaachisa. Mootummaan Naannoo Oromiyaa, waan danda’u hunda ni dhiyeessa. Kana ammoo qindeessun guddisuun (maximize), hunduma keenyaaf hubannoo uumufi sadarkaa sadarkaadhaan turizimii irratti akka xiyyeeffatamu taasisuun dirqama ta’a."
Kab. Ob. Shimallis Abdiisaa, Pirezidaantii MN Oromiyaa,
Torbee Turizimiifi Teeknoolojii Hoteela ISKAAY LAAYITItti qophaa’e irratti akka dubbatanitti

26/09/2022
26/09/2022

Torban Irreechaa sagantaalee gara garaatiin gaggeeffama
**********
Gaazexaa Bariisaa
Ibsa Komishinarri ittaanaan Komishinii Turizmii Oromiyaa Obbo Naggaa Wadaajoo har'a galma komishinichaatti miidiyaaf kennaniin sagantaaleen gara garaa torban Irreechaa miidhagsan jiraachuu beeksisaniiru.

Roobii, Fulbaana 18
egzibiishiniin turizmiifi bu'aaleensaa hoteela Iskaaylaaytitti agarsiisaaf dhiyaata
-Agarsiisni faashinii Irreechaa gaggeeffama
Kamisa Fulbaana 19 jila kaaraavaanii imala kiiloo meetira 1565 qaxxaamuruun guddicha Irreechaa Naayroobiirraa dhufaniif simannaan ni taasifama.

-Jilli kun namoota 250 kan qabateedha Fulbaana 19 dabalataan dorgommiin bareedduu Oromiyaa hoteela Iskaaylaaytitti gaggeeffama
Kanamalees badhaasni turizmii waggaa Oromiyaa gaggeeffama hoteelichumatti gaggeeffama.

Fulbaana 20 Imalli guddichaa Irreechaa jila tuuristoota biyya keessaafi alaan guutame uffataa aadaan miidhage, sirbaafi dhiichisaan miidhagee Birbirsa Gooroorraa ka'ee Doloolloo Buddeenaa ga'umsa godhate ni gaggeeffama.

Namoota kuma 10 kan keessummeessu aadaan buna dhandhamuu gaggeeffama. Isa kanaaf finjaalli kuma kudhaniifi minjaallisaa qophaa'eera.

Sanbata sa'aatii 12:00 kaasee Irreechi Hora Finfinnee bifa ho'aa ta'een kabajama.

Dilbata sa'aatii 12 kaasee Irreechi Hora Harsadii Bishooftuutti kan kabajamu ta'uu Obbo Naggaan beeksisanii, ayyaanichi karaa nagaafi miidhagaa ta'een akka gaggeeffamuuf qophiin gahaa taasifamuu beeksisaniiru.

Ayyaanicharraa galiin qarshii biliyoona 25 ol argamuu akka danda'us himanii, namoonni miliyoona shan ol irratti argamu jedhamee akka eegamu dubbatan.

Ayyaanichi ayyaana lammiilee biyya keessaafi alaa keessummeessu ta'uullee eeranii, juraattonni magaalaa finfinnee simannaa ho'aa taasisuufii akka qabanis dhaamaniiru.

Waasihun Takileetiin

Odeeffannoowwan dabalataaf
- Telegram
Ethiopian Press Agency/Afaan Oromoo
ykn liinkii
https://t.me/EthiopianPressAgency_AfaanOromoo

- Marsariitii
https://www.press.et/afanoromo/

16/09/2022
09/09/2022
ብላታ ዴሬሳ አመንቴ በጥቂቱ ሲታወሱ፣በ20ኛው ክ/ዘመን መባቻ በራሳቸው ጥረት ተምረው ሀገርን የማሻሻል ሀሳቦችን ያለመታከት ያቀርቡ ከነበሩት ምሁራን መካከል የወለጋ መሳፍንት ተወላጅ የሆኑት ...
03/09/2022

ብላታ ዴሬሳ አመንቴ በጥቂቱ ሲታወሱ፣

በ20ኛው ክ/ዘመን መባቻ በራሳቸው ጥረት ተምረው ሀገርን የማሻሻል ሀሳቦችን ያለመታከት ያቀርቡ ከነበሩት ምሁራን መካከል የወለጋ መሳፍንት ተወላጅ የሆኑት ፊታውራሪ በኋላ ብላታ ዴሬሳ አመንቴ ተጠቃሽ ናቸው። ብላታ ዴሬሳ አመንቴ በዘመኑ የምሁራን መድረክ በነበረው ሳምንታዊው ብርሃንና ሰላም ጋዜጣ ምናልባትም ከሁሉም የበለጠ ተከታታይ ጽሁፎችን አቅርበዋል።

ፕሮፌሰር ባህሩ ዘውዴ፥ የኢትዮጵያ ታሪክ ከ1847-1983፥ ገጽ 115

የፎቶግራፉ ምንጭ የታሪክ ማስታወሻ የሚለው የደጃዝማች ከበደ ተሰማ መጽሀፍ ነው፥ ገጽ 236

Blatta Deressa Amante was a member of the Leqa Naqamte aristocracy and cousin of the local ruler Dejach Kumsa Moroda. In the 1920s, he emerged as perhaps the most profilic contributor to the weekly forum of educated elite, Berhanena Selam

Blatta Deressa's business interests included a mining concession that he acquired and exploited in Southwest Welega jointly with Hakim Werkneh, a soap factory and truck transport in Addis Ababa

In 1930, he was given the rank of Blatta and made a director in the Ministry of Agriculture. In exile in the Sudan during the Italian occupation, he is reputed to have given further expression to his business mindedness by opening bars. After 1941, Blatta Deressa developed a reputation as an Oromo oral historian.

Pioneers of Change in Ethiopia: The reformist Intellectuals of the early 20th Century, Prof Bahru Zewde PP 74-75

ደንበሊ"ደንበሊ የቀኛዝማች ተሰማ ገላንና የሜታ አርበኞች ታሪክ" የተሰኘ የኦሮሞ ጀግኖችን ታሪክ የያዘ መጽሐፍ በወርቅነሽ ብሩ በዳሳ ተጽፎ፣ በአፋን ኦሮሞና በአማርኛ ታትሞ እሁድ ነሀሴ 29 ...
03/09/2022

ደንበሊ
"ደንበሊ የቀኛዝማች ተሰማ ገላንና የሜታ አርበኞች ታሪክ" የተሰኘ የኦሮሞ ጀግኖችን ታሪክ የያዘ መጽሐፍ በወርቅነሽ ብሩ በዳሳ ተጽፎ፣ በአፋን ኦሮሞና በአማርኛ ታትሞ እሁድ ነሀሴ 29 ቀን 2014 ዓ/ም በታላቅ ድምቀት ይመረቃል። መጽሐፉን ለመግዛትና ለበለጠ መረጃ በስልክ ቁጥር 0940517605 ይደውሉ።

ቅዳሜ ነሐሴ 14 / 2014 በኢትዮ የንግድ እና ኢንቨስትመንት መድረክ፦  ስለ ኦሮሚያ ቱሪዝም ኮሚሽን የስራ እንቅስቃሴ ተወያይተናል ።፡- እንግዶቻችን የኦሮሚያ ቱሪዝም ኮሚሽን ምክትል ኮሚሽ...
28/08/2022

ቅዳሜ ነሐሴ 14 / 2014 በኢትዮ የንግድ እና ኢንቨስትመንት መድረክ

፦ ስለ ኦሮሚያ ቱሪዝም ኮሚሽን የስራ እንቅስቃሴ ተወያይተናል ።

፡- እንግዶቻችን የኦሮሚያ ቱሪዝም ኮሚሽን ምክትል ኮሚሽነር አቶ ነጋ ወዳጆ እና የህዝብ ግንኙነት ሀላፊው አቶ ኢፋባስ አብዱልወሀብ ነበሩ።

፦ ኦሮሚያ ክልል በርካታ የቱሪስት መስህቦች ያሉት ቢሆንም በሚገባ እንዳልተዋወቁ እና የክልሉ መንግስት እና ህዝብ ሊያገኙ የሚገባቸውን ጥቅም እንዳላገኙ ይነገራል ።

፡- ከቅርብ ጊዜ ወዲህ ግን በአዲስ መልክ የተዋቀረው የኦሮሚያ ቱሪዝም ኮሚሽን የክልሉን እምቅ የቱሪዝም ሀብት በሰፊው በማስተዋወቅ ላይ ይገኛል ።

፦ በኦሮሚያ ክልል ስለሚገኙ የቱሪስት መስህቦች ፤ ኮሚሽኑ ስለሚሰራቸው የማስተዋወቅ ስራዎች ፤ በቱሪዝም ዘርፍ ስላሉ ተስፋዎች እና ፈተናዎች ከእንግዶቻችን ጋር ተወያይተናል ። ከታች ያለውን ሊንክ በመጫን እንድታደምጡ እንጋብዛለን ።

https://soundcloud.com/user-953568/14-12-14mp3-1?si=1161b7aedc2a4b708a7738d4473918a7&utm_source=clipboard&utm_medium=text&utm_campaign=social_sharing

ኢትዮ ቴሌኮም እና አፍሪካን ቴክ ኤክስፖ አጋሮቻችን ናቸው፡፡ እናመሰግናለን

ኢትዮ የንግድ እና ኢንቨስትመንት መድረክ ኦሪጅንስ ሚዲያ ከኢትዮ ኤፍ ኤም 107.8 ጋር በመተባበር ቅዳሜ ጠዋት ከ3-4 ሰአት እና ሰኞ ምሽት ከ12- 1 ሰአት የሚያቀርብላችሁ የሬድዮ ፕሮግራም ነው፡፡

https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=5854459454565797&id=100000054001552

Listen to ኢትዮ ቢዝነስ ፎረም 14 - 12 - 14.MP3 by 107.8 on

20/08/2022

Listen to 14 - 12 - 14.MP3 by 107.8 on

Address

Hirnoye
Addis Ababa
2957

Telephone

+251911476364

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Efa Entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Efa Entertainment:

Videos

Share

Nearby media companies



You may also like