ISlam peace and solution

ISlam peace and solution Islam peace and sollution

27/10/2023

Israa'eliifi Falasxiin Gidduutti Eerga Waraanni Eegale guyyoota 20 Lakkoofsiseera🕊
🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊
Haleellaa tasaa gaafa Fulbaana 29 Hamaas Israa'el irratti raawwateen namoonni 1,400 ajjeeffamanii kanneen 229 ta'an butamanii gara Gaazaatti geeffaman.

Israa'el gama isiitiin haleellaa qilleensarraan Gaazaa irratti rawwatteen namoonni 7000 ol du'aniiru. Kan madaa'an 10,000 oli. 'Kanneen Gaazatti ajjeefaman keessaa 40% kan ta'an ijoolledha' jedhe WHOn.

Garuu erga Israa’eel guutuun guutuutti Magaalaa Jerusalem qabatte booda Masjiida Al-Aqsaa maaltu mudate?

Woxabajji bara 1967 Woraanaa Guyyaa Jahaatiin Israa’eel Jerusalem (Al-Quds) guutuun guutuutti harkatti galfatte.

Hagayya bara 1967 (ji’a lama booda) Seera Yahuudonni Kaloo Masjiida Al-Aqsaa dawwannaaf yoo ta’e malee sirna kadhannaa amantii isaaniitiif seenuu hin danda’an jedhu baste.

Hagayya bara 1969 Michael Roha namni lammii Australia kan sochii Israa’eel biyya ta’uu (Zionism) deeggaru Minbara Imaamaa kan Masjida Al-Aqsaa gube. Minbarri bareedinna addaa qabu kun bara 1187 irraa kaasee kan masjida san tureedha.

Bara 1970 Israa’eel naannoo Masjiida Al-Aqsaa qoqqotuu jalqabde.

Bara 1982 Barattoonni Seera Jiwiish baratan eegdota Masjida Al-Aqsaa haleelan. Ji’a tokko booda namni Sanyii Israa’eel kan lammummaa Amerika qabu muslimoota Al-Aqsaa salaatanii bahan irratti dhukaasuun nama 2 ajjeesee 11 madeesse.

Bitootessa bara 1982 namni siyaasaa Israa’eel Meir Kahane jedhamu deeggartoota isaa wojji ta’uun hiriira Masjidni Al-Aqsaa diigame Manni Sagadaa Juidayizimii ijaramu qaba jechuun kaloo Masjiida Al-Aqsaa seenuun hokkara uuman.

Bara 1983 gareen ‘Temple Mount Faithful’ jedhamu Masjiidni Al-Aqsaa diiggamee manni sagadaa Juudiyazimi ijaaramu qaba jedhani sochii baldhaa godhuun Kaloo Al-Aqsaa akka to’annoo isaanii jala galu dhiibaa turan.

Bara 1984 Ben Shoshan fi Yehuda namni jedhamaan karaa dhoksaa ta’een Masjiida Al-Aqsa fi Qubbat Alsahrat ( Dome of the Rock) bombiin dhoosuuf otoo seena

Calculating the radius of the earth over a thousand years ago required a lot of imagination. It was Abu Reyhan Al-Biruni...
20/09/2023

Calculating the radius of the earth over a thousand years ago required a lot of imagination. It was Abu Reyhan Al-Biruni, the 10th century Islamic mathematical genius, who combined trigonometry and algebra to achieve this very numerical feat.

Biruni’s scholarly legacy has inspired scientists and mathematicians for several centuries, and his name continues to command respect even today.

Scholars like Biruni were born at a time when much of the world’s scientific and mathematical knowledge was translated into Arabic. By the time he came of age, he was also introduced to concepts developed by scholars from different civilisations and centuries. From the scientific literature of the Babylonians to those of the Romans, to ancient Indian texts on astrology, Biruni learnt from it all. Like other Muslim scholars from the Golden Age of Islam, he was also hungry for knowledge.

According to the Turkish Professor, Fuat Sezgin, intellectually sound debates occurred between the 27-year-old Biruni and 18-year-old Ibn Sina. The two great minds are known to have discussed ‘The propagation of light and its measurement’ in a great depth. Sezgin, who died in 2018, concluded that the quality of those debates is rare and probably does not exist even today.

27/01/2023
26/01/2023
26/01/2023
26/01/2023
26/01/2023
26/01/2023
21/01/2023
02/12/2022

Address

Addis Ababa
CINAKSEN

Opening Hours

Wednesday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251977465184

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ISlam peace and solution posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ISlam peace and solution:

Share

Category