Odaa Media

Odaa Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Odaa Media, Digital creator, Finfinnee, Adama.
(3)

Hunda dursa nagan waqaayyoo isiinif ya ta,u Baga nagan dhuftan fayyadamtooni Facebook, messenger ,Instagram akkasumaa social media Bagaa nagan dhuftan Galatooma!!!

Akkam jirtuu nagaa keessanii turus dhufne jirra
25/01/2025

Akkam jirtuu nagaa keessanii turus dhufne jirra

Waaqaayyoo gammachuu maatii kee maalee gaddaa maatii kee siin dhageesisin
24/01/2025

Waaqaayyoo gammachuu maatii kee maalee gaddaa maatii kee siin dhageesisin

22/01/2025
Namni biyya kanaa haawuu jedhee hin yuusne malee ganaa wal nyaata, nama waran**mee du aa jiru akkamitti dhaabbatee video...
21/01/2025

Namni biyya kanaa haawuu jedhee hin yuusne malee ganaa wal nyaata, nama waran**mee du aa jiru akkamitti dhaabbatee video waraabaa?
Maal qaba hanga video waraaban otoo lubbuu ishee baraaruu yaalaniiru ta'ee?
Namummaa waanti jedhamu ni jira bar, ganaa dhaabbatanii oromoodhaa? Jedhanii eenyummaashee gaafatu, saba kamiyyuu haa taatu hanga ganaa oromoodhaa ? Jedhan silaa lubbuunoo keessa jira yoo baatanii mana yaalaatti fiiganiiru ta'e maal qabaa? Harka malee nama du'uuf jedhu dhaabbattee video waraabdaa? Maaloo uummata biyyako maaf bineensa walitti taanaa?
Mucaa mar*ummaan keessa jigeeru garaa maaltu dhaabbatee video siif waraabaa? Bu'aan video sanarraa argamu maalidha jettee yaaddee waraabdee? Silaa kan bu'aa qabu ooluusheeti ture, otoo qilleensi galuu baatee miini garaashee hin tuqamne ta'ee tarii carraa lubbuun ooluu qabdi turte ta'a,
Garaa maaliin dhaabbatee oromoo nat ? Jettee gaafattaa? Baqqaa gatiin lubbuu namaa hanganuma rakaseey? Namummaan hammanuma nu keessaa badeey? Otoo obboleettii keessan ykn haadha keessan taatee dhaabbatanii ni ilaaltu turtanii? Otoo inni du'aa jiru sun si ta'eewoo? Otoo akkatti dhaabbatanii si ilaalanii maaltu sitti dhagahamaa? 😭😭😭
💔💔💔💔💔💔💔💔
Warra video kana hin ilaalleetiin akka hin ilaallen gorsa, warra ilaltan immoo jajjabina isiniif haa kennu.
Namni tokko illee video naaf ergi jettee akka nan gaafanne.
Abbeeko, haadhooko, garraammiiko, homaa gochuun hin danda'amu, jannataan qananii'i biyyeen galabaa siif haa taatu.

Mee yaa Oromoo waqaa keessan kadhadha adara  rakkoofii gudiraan bayyateera
19/01/2025

Mee yaa Oromoo waqaa keessan kadhadha adara rakkoofii gudiraan bayyateera

Baga geessan
19/01/2025

Baga geessan

Baga Ayyaana  CUUPHAA nagaan   Geessan! መልካም የጥምቀት በዓል!!
19/01/2025

Baga Ayyaana CUUPHAA nagaan Geessan!
መልካም የጥምቀት በዓል!!

18/01/2025

Address

Finfinnee
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share