Sinqe Multi Media

Sinqe Multi Media Tv program, Event organizers and Film production

22/01/2025
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdurahiman Rube Kedir, Mesfin Alemu Wesena, Gizaw Tasiss...
22/01/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdurahiman Rube Kedir, Mesfin Alemu Wesena, Gizaw Tasissa, Caalaa Mangashaa, Abdumalik Ahmed AbdallaπŸ™πŸ½πŸ™πŸ½πŸ™πŸ½πŸ™πŸ½πŸ™πŸ½πŸ™πŸ½πŸ™πŸ½

Hojii harayaa Welliftuu    link kanaan akka daawwattan kabajaan isiin affeereen jira. πŸ‘‡πŸ½
19/01/2025

Hojii harayaa Welliftuu link kanaan akka daawwattan kabajaan isiin affeereen jira. πŸ‘‡πŸ½

Direted by oftane work'sMELODY AND LYRICS ADAMU GEMECHU ARRAGEMENT TAMIRAT GIRMAMIXING AND MASTER IYOB KASAHUN CINEMATOGRAPHY JONNA ISTASS MIKO I, FRESENAY B...

Baga Ayyaana Cuphaan isiin gahe.
19/01/2025

Baga Ayyaana Cuphaan isiin gahe.

Hordoftoota amantaa kiristaana marafuu baga ayyaana Qilleetiin isiin gahe.                           πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽπŸŽπŸŽ Merry Christ...
07/01/2025

Hordoftoota amantaa kiristaana marafuu baga ayyaana Qilleetiin isiin gahe.


πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽπŸŽπŸŽ Merry Christmas β›„

02/01/2025

'iinsaa

16/10/2024

Namni gaafa beekaa jalattii guddate akkasitti yaada.Kadiir Juwar πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

Ashama harka fuune.  maalii?   Oromoo hoo maal irratti hundaa'aa?               Ayyaana kana sababeeffachuun Dokimantari...
29/08/2024

Ashama harka fuune.
maalii? Oromoo hoo maal irratti hundaa'aa?

Ayyaana kana sababeeffachuun Dokimantarii addaa Dhaabbanni sagantaa irratti qindessee itti dhiyaadha. Bashananaa ittiin barattu.



πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Kabaja Ayyaana Qaammee Magaalaa Bishooftu Maya ShowMaya Tv Show :Check out new talk show Oromo Musics, Tv Show,comedy...

πŸŽΆπŸŽΆπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰   the first in the history of Oromoo music application. Seenaa Muziiqaa Oromoo keessatti Appi halqabaa kan tahee  ...
27/08/2024

πŸŽΆπŸŽΆπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰ the first in the history of Oromoo music application. Seenaa Muziiqaa Oromoo keessatti Appi halqabaa kan tahee yeroo dhihootti Hojiiwwan harayaan as_baha.
Wellistoonni fi jaallattoonni artii hangasitti app play store irraa bufachuun welleewwan jaallattan Dhandhamadha. Ammaaf humaa hinkaffalttiin. Yeroo dhiyootti ammoo Dhaabbanni keenya Maltii Midiiyaa Siinqee Hojiiwwan wellistoota jaallatamoo fi dhamaa fi dhandhama tolanwaliin waliigaluun kaffalttiudhaan isiniif dhiheesuuf hask duree xummuru isaa gammachuun isiniif ibsina.
dhandhama Muziiqaaf!πŸ’―πŸ‘
Guyyaan keessan tan milkii fi niyyaan teeysan ittiinn gotamtu haa taatu.Hasmtu isinirraa haa qabu! Toltu isiinitti haaqabu!

Appi bufachuun πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Share kuush Record with your friends and family

"Sukkaaree" Abbaan Sh*ttoo Istudiyoo Maayaa Show tti akkamitti dhaleeysan. Link kanaan gadiin itti dhiyaadhaa.
09/07/2024

"Sukkaaree" Abbaan Sh*ttoo Istudiyoo Maayaa Show tti akkamitti dhaleeysan. Link kanaan gadiin itti dhiyaadhaa.

I got 6 reactions and 3 replies on my recent top post! Thank you all for your continued support. I could not have done i...
09/07/2024

I got 6 reactions and 3 replies on my recent top post! Thank you all for your continued support. I could not have done it without you. πŸ™πŸ€—πŸŽ‰

Dhaabbannii keenyaa waan harayaan as baheera. Itti dhiyaadhaa!πŸ«΄πŸ‘‡Jirra jirtuu?               "Mee eysa baddan?"jechuun nu...
01/07/2024

Dhaabbannii keenyaa waan harayaan as baheera. Itti dhiyaadhaa!πŸ«΄πŸ‘‡

Jirra jirtuu?
"Mee eysa baddan?"jechuun nu iyyaafattan Galata arkadha!πŸ™
Kunoo as geenye. Ka itti anuuf ammoo walumaan immalla. Itti dhiyaadhaa.πŸ«΄πŸ‘‡

Kalaqa Indastirii Aartiif Dhufe

Lubbu-qabeeyyii addunyaa tanarra jiraatan keessaa, dandeettii yaaduu fi waa xiinxaluu isaatiin, qaroo fi qaroomaan dhala namaati. Horteewwan dhala namaa durii caayaa sanyii isaanii bal'ifatan keessaa hangaftichi, KUUSH. Kuush angafummaa fi qareessa ta'uun hortee ijoo gurraacha Afrikaati. Horteen Kuush qaroominaa fi ammayyummaa addunyaan har’a irra geesseef bu'ura. β€œWaa malee manni hin aaru” akkuma jedhamu, nutis waa malee Seenaa fi Seexaa β€˜KUUSH’
Seenessuu hin feene. Maqaa qaroominaa fi angafummaa waliin ka'u Kuush jedhutu, mil'annaa fi kaayyoo hegeree maqicha gahuun, moggaasa 'Kuush Records' jedhu qabatee addunyaa morkii jaarraan teeknooloojii, odeeffannoo fi bashannanaa irra jirutti makame. Jaarraan kuni aartii fi kalaqa ofii guddifachuuf, indastirii aartii Afrikaarratti morkataa fi filatamaa ta'uuf, dhaabbata eenyummaan quuqamee, aantee ofiif dhimmamee daawwatamummaa fi diinagdeenis saba ofiif dursa kennuu barbaada. Kuush Records kalaqa jabaa qaawwa guddina indastirii aartii keenya sakaale irra aanuu dandeessisuun as baheera. Kuush Records, Ogeeyyii beekumsaa fi ogummaan sibiilomanii, muuxannoon bilchaataniin kalaqamee, guddinaa fi qaroomina Kuush haaromsuu fi itti fufsiisuuf gahuumsa horachuun, "Sicufe Maltii Miidiyaa"dhaabbata β€œHawi Software Solution " waliin ta'uun rakkoo Aartii keenyaa furuuf, Appilikeeshiniin Kuush Record jedhu kalaqee, ifaajee waggoota lamaa booda milkiin gadi baheera. Nuti Gammanneerra, Isinis Baga Gammaddan!!! Milkaa'inna kalaqa kanaaf Artistonni fi qaamoonni nu cinaa turtan galata qabdu.

Appilikeeshiiniin haalli fayyadama isaa salphaa tahee fi Playstore irraa laayyootti buufachuun itti fayyadamnu kuni, Muuziqaan Oromoo gabaa Addunyaatti akka dhiyaatu gochuun ala qaawwa diinagdee abbootii kalaqaa fi aartiistotaa, aartii guddisuuf bu'aa malee ifaajaa turan ni fura. Appilikeeshinii Kuush Records namni kamuu bilbila isaarratti buufatee fayyadamuuf hin rakkatu. Har'uma Appilikeeshinii Kuush Records playstore irraa buufannee warraqsa indastirii aartii kanatti yaa makamnu. Waahillan keenyaafis 'share' gochuun yaa beeksifannu.
Keenyumatu keenya, numatu keenyatti aanee guddifata, beeksifata, ittiinis fayyadamuu qabna. Horaa Bulaa!!!

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.kushrecord

26/04/2024

Ashamaa akkam jirtuu hordoftoota Maayaa Show.
Faaruu Alaabaa Oromiiyaa
Kan midhaagsee enyuu?

15/04/2024

"Ani dulomeera" jattanii yaadduu taanaan Artiistii biyya Afriikaa Kibbarra waa barattu.πŸ‘‡

09/03/2024

Sagantaa Adda guyyaa dubartoota sababeeffachuun, Dhaabbanni keenya Maltii Midiiyaa Siinqee fi FBC waliin tahuun Magaalaa Shaggaritti Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo fi Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti qopheesse boru galgala Tv Faanaa irratti sa'aatii 12:00 irraa eegale itti dhiyaadha.

Baga guyyaa dubartootiin isiin gahe! Sagantaa Addaa guyyaa dubartootaa sababeeffachuun Dhaabbanni keenya, Maltii Midiiya...
09/03/2024

Baga guyyaa dubartootiin isiin gahe! Sagantaa Addaa guyyaa dubartootaa sababeeffachuun Dhaabbanni keenya, Maltii Midiiyaa Siinqee, FBC waliin tahuun Magaalaa Shaggaritti Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo fi Laga Daadhii, akkaasumaas, Sirna SIINQEE Magaalaa Baatuu waliin tahuun qopheessine. Boru galgala Faana Tv irratti sa'aatii 12: 00 irraa eegale daawwadha.

Address

Ethiopia Finfinnee And Adama
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sinqe Multi Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sinqe Multi Media:

Videos

Share