28/10/2020
Godina shawaa bahaa aanaa boosat keessatti waanti haarofti umama jira humni addaa oromiyaa jedhamu ganda keesa deemun ummata dararaa jiru.ganda siifaa batte gaara keessa deemun mana ummata gubaatii jiruu.shaneen askeessa galti jedhanii ummata dararaa jiruu kan wallagga gubaa turan nubiraanis yaa'aniiruu.