Qerroo press

Qerroo press Gaafii wa'ee /social media/ wal qabatee waan isin rakkise hundaa gaafachuu ni dandeessu

04/03/2024

ykn video mobile keenya keessaa
nu jalaa bade/delete ta,e
salphamatti deeffachuu dandeenya

13/01/2023

Seenan isin hin dagatu

13/07/2022

Baacoo lij yared isaan biratti yeroo sana beekamtii ittiin argate warri hin beyne wal baraani

07/03/2022

New oromo music by ziyaad abduljelilwallee haarawa ziyaad abduljelil sirba jaalalaa qalbii namaa boqachiiftudha ittiin bohaaraa Asumaan YOUTUBE CHANNAL ...

24/02/2022

Ani yeroo kamuu biyya cunqursaa abbaa irree jala jirtu deeggara injifannoon kan ummata yukreen
So I am a fan of ukrain

Akkuma soriyaa fi yaman lolli itti hammaannan qabeenyaa fi biyya ufii dhiisanii lola jalaa lubbuu ufii baraaruf baqattum...
24/02/2022

Akkuma soriyaa fi yaman lolli itti hammaannan qabeenyaa fi biyya ufii dhiisanii lola jalaa lubbuu ufii baraaruf baqattumman addunyaa hunda wal gayanitti lammileen ukreenis ilmaan ufii guurratanii baqattummaa eegalanii jiru lubbuu namoota nagaa meeqatu tana keessa bada yaa rabbi nagaa taasisi

13/02/2022

WBO gaachana sabaa amma sadarkaa abdachiisaa irra jirta

01/02/2022

Akkamitti saba guddaa kana sagaxee jettee arrabsiti intalti tuni yoom kana qofa arraba gurgudaa kana nutti dhukaafte
nun hambifne dhugaa
hundumaafu yo seerri jiraate baranuma
kanaa achi bara baraan arrabsamuu hifannee jirra.

21/01/2022

Nuhoo Goobana / FI/ Laggasaa Abdii

20/01/2022

Baayyee waan nama
dhukkubsuudha
Haadha goota Arts nuhoo goobana Fi haadha manaa goota keenya hacaluu hundessaa gaddi isaanii
wal fakkaata

20/01/2022
13/01/2022

Eebba hayyoota teenya mana hidhaa irraa bayaniif godhame abbootii gadaa karrayyuu irraa.

07/01/2022

Jawwee abbaa demokrasii
tokkicha sagaleen isaa diina gaggabsu hayyuu waan dubbatu beeku kan dubbatu dubbiin isaa lafa hin buune baga keenya taate
bayuu ke dhugaa nuuf ha godhu

Address

Cairo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qerroo press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qerroo press:

Videos

Share