Oromiya press

Oromiya press STANDING 4 FREEDOM AND 4 HUMANITY

19/01/2025

SimbooSa'aatii keessummaa keenya torban 3ffaatiin ustaaza kabajaa fi jaalatamaa kan ta'e Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa isinii affeerree jirra. Ustaaza keenya ...

10/04/2024

FAAYIDAA LOWZII YKN OCHOLOONII
1).Walqunnamtii saalaa keessatti sanyiin kormaa ykn miiyoon akka baayyatuuf ni fayyada.
2). Dubartiidhaaf aannaan harmaa akka baayyinaan ba'u taasisa.
3). Namni sodaatu akka hin sodaanneef ni gargaara ykn ni onnachiisa.
Mataa dhukkubii nutti wayyeessa
4). Gubaa fincaanii ni qabbaneessa
5). tiruu dhukkubsatuuf ni fayyada.
6). Raammoo garaa ni dhabamsiisa.
7). Dhukkuba kaanserii fi golfaa nama irraa ittisa.
10). Dawaa dhukkuba kaleeti. Keessattuu, nama kaleen isaa xiqqaate ykn suntuuref faayidaa guddaa qaba.
11). Qaama namaaf dhiiga bareedaa ykn qulqulluu maddisiisa. Akkasumas furdina qaamaaf ni fayyada
12). Dhukkuba utaalloo nurraa balleessuuf ni fayyada
13). Agartuu fi qaroo ija keenyaaf ni fayyada.
14). Sammuu namaa jabeessuuf ni fayyada.
15). Dhukkuba qorraa nurraa ittisa.
16). Fayyuummaa Gadaamessaaf ni fayyada.
17). Dhiigni qaama keessaa bifa gaariin akka dalaguuf ni gargaara.
18). Dhukkuba dugdaaf dawaadha.
19). Dhukkuba sukkaaraaf dawaadha.
20). Dhukkuba adda, addaa gogaa keenya irratti ba'aniif dawaadha.
21). Madaa'uu kalee fi dhibee kaakkeef dawaadha.
22). Bareedinna gogaaf ni fayyada.
23). Madda anniisati.
24). Dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa.
25). Rakkina dhala godhachuu dadhabuu ni hir'isa.

19/03/2024

Address

ABU DHABI BURJI KHALIFA
Dubai

Telephone

+251918895156

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiya press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromiya press:

Share

Category