Gaadaa Biyyoolessa Oromiyaa

  • Home
  • Gaadaa Biyyoolessa Oromiyaa

Gaadaa Biyyoolessa Oromiyaa Imalli keenya galma bilisummaati!

16/10/2024

Loading.....!

14/10/2024

Jaalalaafi gootummaan biyya abbaa keettiirratti falmadhu.

13/10/2024

Yeroo dabre kana PP/bilxiginnaan naannoo Amhaaraatti 'hidhattoonni faannoo baankii cabsuun birrii miliyoona 63 saaman' jettee oduu sobaa gabaasa goote.

Garuu dhugaan jiru Faannoon bankii hin cabsine,osoo bilxiginnaa birrii bankii jiru guurtee bakka geessaa jirtuu karaatti haleeluun irraa fudhatte faannoon.

13/10/2024

WBOn bariin eegalee tumaa jira.
injifannoo hedduu argate.

Jirtuu baga jiraattan Oromoo!injifannoo WBO!
11/10/2024

Jirtuu baga jiraattan Oromoo!
injifannoo WBO!

17/05/2024

Foo'i loli!

15/05/2024

Ibidda diina waaduuf boba'e.

30/04/2024

Gootota lubbuu nuuf kennan waraana bilisummaa oromoo haajabeeffannuu waraanichi karoora pp guyyaa 40 tti dhabamsiifna jette ammas injifatee fashaleessee jira.

#መረጃ፦ፋሽስቱ ብልፅግና መንግሥት ተብዬው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊትን በ40ቀን ኦፕሬሽን አጠፋለሁ ብሎ ቀምሮ ቢጉባበትም እጅግ ከፍተኛ ቁጥር ያለውን ሠራዊት ከነትጥቁ አቷል.....አይዞሽ ገለቴ!

30/04/2024
Imalli milkii fida!WBOn haa waaru.
30/04/2024

Imalli milkii fida!
WBOn haa waaru.

Fire birged❤️💚❤️
30/04/2024

Fire birged❤️💚❤️

30/04/2024

Abiddaan hin taphatin.

WBOn kaayyoo qaba kanaaf akka Abiddaatti nama guba.

28/04/2024

Kaampii diinaaa!

24/04/2024
24/04/2024

Lolas tolas WBOtti dhiisi.

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaadaa Biyyoolessa Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gaadaa Biyyoolessa Oromiyaa:

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share